Oduu biyya keessaa Bu’aan madaallii sadarkaa Hoteelotaa ifoome Debela Tadesse Mar 28, 2024 0 Finfinnee, Bitootessa 19, 2016 (FBC)-Ministeerri Tuuriizimii ulaagaa dirqamsiisaa Dhaabbata Tuuriizimii Addunyaan kaa'ame kan guutan bu'aa ramaddii Sadarkaa Urjii Hoteelota 31 ifoomseera.…
Oduu biyya keessaa Guutuu biyyattiitti Humni Elektirikaa addaan cituun ibsame Tsehay Guluma Mar 28, 2024 0 Finfinnee, Bitootessa 19, 2016 (FBC)- Guutuu biyyattiitti Humni Elektirikaa addaan cituun Humni Elektirikaa Itiyoophiyaa beeksise. Har’aa sa’aatii 9:46 irraa eegalee naannawaa…
Oduu biyya keessaa Dhaabbilee Kaappitaala Birrii biiliyoona 3 ol galmeessisaaniif heyyamni oomisha albuudaa kenname Tsehay Guluma Mar 28, 2024 0 Finfinnee, Bitootessa 19, 2016 (FBC) – Dhaabbilee Kaappitaala Birrii biiliyoona 3 ol galmeessisaan 4’f heyyamni oomisha albuudaa kennamu Ministeerri Albuudaa beeksise.…
Oduu biyya keessaa Waadaa Gochatti Jijjiiruun Badhaadhina Itiyoophiyaa Ni Mirkaneessina-BKO Debela Tadesse Mar 28, 2024 0 Finfinnee, Bitootessa 19, 2016 (FBC)-Waadaa gochatti jijjiiruun fayyadamummaa uummata keenyaa mirkaneessuu eegalle daran cimsuun badhaadhina Itiyoophiyaa ni mirkaneessina jechuun Biiroon…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy dubartoota kutaalee biyyattii garaagaraarraa walitti baba’an waliin mari’atan Debela Tadesse Mar 28, 2024 0 Finfinnee, Bitootessa 19, 2016 (FBC)- Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad dubartoota Kutaalee biyyattii garaagaraarraa walitti baba’an waliin mari’ataniiru. Dooktar Abiy gama…
Oduu biyya keessaa Sadarkaan ijaarsa Pirojektii Riizoortii Shabalee daawwatame Debela Tadesse Mar 28, 2024 0 Finfinnee, Bitootessa 19, 2016 (FBC)- Ministirri Ministeera Raayyaa Ittisa Biyyaa Dooktar Abraham Balaay Sadarkaa Ijaarsa Pirojektii Riizoortii Shabalee daawwataniiru. Kontiraaktaroonni…
Oduu biyya keessaa Harargee Bahaatti biqiltuu miiliyoona 360 dhaabuuf karoorfamuun ibsame Debela Tadesse Mar 28, 2024 0 Finfinnee, Bitootessa 19, 2016 (FBC)- Sagantaa Ashaaraa Magariisaan barana Godina Harargee Bahaatti biqiltuuwwan miiliyoona 360 ol dhaabuuf karaoorfamuu Waajjirri Qonnaa Godina Harargee…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaan naannawichatti nageenyaa fi misooma mirkaneessuuf tattaaffiin taasistu cimee akka itti… Debela Tadesse Mar 28, 2024 0 Finfinnee, Bitootessa 19, 2016 (FBC)- Itiyoophiyaan naannawaa Baha Afrikaatti nageenya waaraa, misooma waloo fi walitti hidhamiinsa daldalaa mirkaneessuuf tattaaffiin taasistu cimee akka…
Oduu biyya keessaa Naannoo Tigraayitti meeshaalee barnootaa Birrii miiliyoona 440 oliin bitaman raabsamaa jiru jedhame Tsehay Guluma Mar 28, 2024 0 Finfinnee, Bitootessa 19, 2016 (FBC) – Bulchiinsi yeroo naannoo Tigraay Maallaqa deeggarsa Baankii Addunyaarraa argame Birrii miiliyoona 440 oliin meeshaalee barnootaa bituun…
Biiznasii Neetiwoorkiin Dubartoota Ogeeyyii Faayinaansii Itiyoophiyaa hundeeffame Debela Tadesse Mar 28, 2024 0 Finfinnee, Bitootessa 19, 2016 (FBC)- Fayyadamummaa faayinaansii dubartootaa guddisuuf Neetiwoorkiin Dubartootaa Ogeeyyii Faayinaansii Itiyoophiyaa hundeeffame. Neetiwoorkichi walta’iinsa…