Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Godina Lixa Oomoo daawwatan Sifen Megersa Mar 30, 2024 0 Finfinnee, Bitootessa 21, 2016 (FBC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Godina Lixa Oomoo daawwataniiru. Godina miidhagina uumaamaan guutamee fi qabeenya uumaaman badhaadhe…
Oduu biyya keessaa Bulchiinsa magaalaa Cirootti harka qalleeyyiif deeggarsi taasifame Sifen Megersa Mar 30, 2024 0 Finfinnee, Bitootessa 21, 2016 (FBC) – Bulchiinsa magaalaa Cirootti Sooma Ramadaanaa sababeeffachuun harka qalleeyyii 400 oliif deeggarsi akaakuu garaagaraa taasiifameera. Waldaaleen…
Oduu biyya keessaa Konfiransiin Miseensota Paartii Badhaadhinaa damee naannoo Amaaraa gaggeeffamaa jira Sifen Megersa Mar 30, 2024 0 Finfinnee, Bitootessa 21, 2016 (FBC) – Konfiransiin Miseensota Paartii Badhaadhinaa damee naannoo Amaaraa magaalaa Bahirdaariitti gaggeeffamaa jira. Konfiransiin kun mata duree "Waadaa…
Ispoortii Shaampiyoonaan Atileetiksii Qaxxaamura Biyyaa idil addunyaa 45ffaan har’a ni gaggeeffama Sifen Megersa Mar 30, 2024 0 Finfinnee, Bitootessa 21, 2016 (FBC) – Shaampiyoonaan Atileetiksii Qaxxaamuraa Biyyaa Idil Addunyaa 45ffaan har’a Sarbiyaa magaalaa Beelgireeditti gaggeeffama. Atileetoonni biyyoota…
Oduu biyya keessaa Paartiin Badhaadhinaa qormaata cimaa keessatti paartii milkaa’ina jajjabaa galmeessaa jiruudha –… Sifen Megersa Mar 30, 2024 0 Finfinnee, Bitootessa 21, 2016 (FBC) – Paartiin Badhaadhinaa qormaata cimaa keessatti paartii milkaa’ina jajjabaa galmeessaa jiru ta’uu Pireezidaantii Itti Aanaan Paartii Badhaadhinaafi Itti…
Oduu biyya keessaa Paartiin Badhaadhinaa paartii jecha gochaan agarsiisaa jiruudha – Dooktar Alamuu Simee Sifen Megersa Mar 30, 2024 0 Finfinnee, Bitootessa 21, 2016 (FBC) – Konfiransiin waliigalaa miseensota Paartii Badhaadhinaa dhaabbilee Federaalaa gaggeeffamuu Finfinnee Galma Yaadannoo Injifannoo Adwaatti gaggeeffamaa…
Oduu biyya keessaa Bulchiinsi magaalichaa waggoottan sadan itti aanan keessa giddu galoota Ispoortii fi bakka tapha… Sifen Megersa Mar 30, 2024 0 Finfinnee, Bitootessa 21, 2016 (FBC) – Kantibaan magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebeen Giddu gala Ispoortii Kutaa Magaalaa Liddataa Naannawaa Bisraata Gabri'eel jedhamutti ijaarame…
Fayyaa Faayidaa Qaaraa/Qorqaa/Caccee Sifen Megersa Mar 30, 2024 0 Finfinnee, Bitootessa 21, 2016 (FBC) –Qaaran/Qorqaan gosa nyaataa viitaminii fi albuudota adda addaan badhaadhe. Yeroo baay'ee akka mi'eessituu nyaatatti fayyada. Qaaraan qabiyyee…
Oduu biyya keessaa Konfiransiin waliigalaa miseensota Paartii Badhaadhinaa dhaabbilee Federaalaa gaggeeffamaa jira Sifen Megersa Mar 30, 2024 0 Finfinnee, Bitootessa 21, 2016 (FBC) – Konfiransiin waliigalaa miseensota Paartii Badhaadhinaa dhaabbilee Federaalaa Finfinnee Galma Yaadannoo Injifannoo Adwaatti gaggeeffamaa jira.…
Ispoortii Piriimaayeer Liigii Ingilaandi torbee 30ffaan taphni Maanchiister Siitii fi Arsenaal gidduutti… Sifen Megersa Mar 30, 2024 0 Finfinnee, Bitootessa 21, 2016 (FBC) – Taphoota Piriimaayeer Liigii Ingilaandi torbee 30ffaan taphni Maanchiister Siitii fi Arsenaal, Liivarpuulii fi Biraayitan gidduutti taphatamu hawwiin…