Idil Addunyaa Siisiin Filannoo Pireezidaantummaa marsaa 3ffaa injifatan Debela Tadesse Dec 18, 2023 0 Finfinnee, Mudde 8, 2016 (FBC)- Pireezidaantiin Ijibti Abdulfattaa Al Siisiin Filannoo pireezidaantummaa marsaa 3ffaa irraa deebiin injifatan. Al Siisin filannoo torbaan darbe…
Oduu biyya keessaa Wayita hawaasatti makamne ambaasaaddara nagaa taanee hojjenna -Eebbifamtoota leenjii haaromsaa… Sifen Megersa Dec 18, 2023 0 Finfinnee, Mudde 8, 2016 (FBC) – Bulchiinsa Mootummaa Naannoo Amaaraatti leenjii haaromsaa marsaa 3ffaa guyyoota 10’f koomaand Poostii Shawaa Roobiitiitti leenji’aa turan 161 eebbifamaniiru.…
Oduu biyya keessaa Jilli Aadde Adaanachiin durfamu Shaangaayitti daawwannaa hojii taasiise Debela Tadesse Dec 18, 2023 0 Finfinnee, Mudde 8, 2016 (FBC)- Jilli Kantiiba Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen durfamu Chaayina Magaalaa Shaangaayitti daawwannaa hojii fi marii gaggeessuun ibsame.…
Oduu biyya keessaa Gareen Ijaarsa Dandeettii Ittisa Sodaa Balaa Afrikaa Itiyoophiyaa waliin hojjechuuf kutannoo… Debela Tadesse Dec 18, 2023 0 Finfinnee, Mudde 8, 2016 (FBC)- Gareen ijaarsa Dandeettii Ittisa Sodaa Balaa Afrikaa balaawwan umamaniif deebii kennuuf Itiyoophiyaa waliin hojjechuuf kutannoo qabaachuu beeksiseera.…
Oduu biyya keessaa Manneen tapha Jirraa Ispoortii kuma 3 olirratti tarkaanfiin fudhatamuu ibsame Sifen Megersa Dec 18, 2023 0 Finfinnee, Mudde 8, 2016 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti Manneen tapha Jirraa Ispoortii kuma 3 olirratti tarkaanfiin fudhatamuu Biiroon Bulchiinsaaf Nageenyaa magaalichaa beeksiise.…
Ispoortii Ramaddiin tapha moo’atanii darbuu Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa ifoome Sifen Megersa Dec 18, 2023 0 Finfinnee, Mudde 8, 2016 (FBC) – Ramaddiin tapha moo’atanii darbuu Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa ifoomeera. Ramaddii har’a ifoomeen Poortoon Arsenaal, Naappooliin Baayerni Munik waliin…
Oduu biyya keessaa Jilli Obbo Bariisoo Fayyisaan durfamu Giddu gala Horsiisaafi Fooyyessa Sanyii Loon Booranaa Diida… Sifen Megersa Dec 18, 2023 0 Finfinnee, Mudde 8, 2016 (FBC) – Jilli Itti Aanaa Hogganaa Biiroo Qonnaa Oromiyaa Obbo Bariisoo Fayyisaan durfamu Giddu gala Horsiisaafi Fooyyessa Sanyii Loon Booranaa Diida Xiyyuuraa…
Oduu biyya keessaa Naannooleen Oromiyaa fi Giddugaleessa Itiyoophiyaa dhimmoota nageenyaarratti mari’ata jiru Debela Tadesse Dec 18, 2023 0 Finfinnee, Mudde 8, 2016 (FBC)- Naannooleen Oromiyaa fi Giddugaleessa Ityoophiyaa dhimmoota nageenya naannawaa daangaarratti Magaalaa Buttaa Jiraatti mari’achaa jiru. Maricharratti…
Oduu biyya keessaa Mariin sadee Hidha Guddicha Haaromsa Itiyoophiyaa marsaa 4ffaan eegale Debela Tadesse Dec 18, 2023 0 Finfinnee, Mudde 8, 2016 (FBC) – Mariin sadee Hidha Guddicha Haaromsa Itiyoophiyaa marsaa 4ffaan magaalaa Finfinneetti gaggeeffamuu eegaleera. Marichi dambiiwwanii fi qajeelfamoota gadi…
Oduu biyya keessaa Agarsiisi Suuraa hojiilee Faawundeeshinii Raayyaa Ittisa Biyyaa baname Debela Tadesse Dec 18, 2023 0 Finfinnee, Mudde 8, 2016 (FBC)- Agarsiisi suuraa bu’aalee hojiilee qonnaa, uffannaa loltummaa, omisha asxaawwan gulantaa fi kanneen biroo Faawundeeshinii Raayyaa Ittisa Biyyaa banameera.…