Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Ministira Muummee Beeljiyeem waliin mari’atan Debela Tadesse Dec 1, 2023 0 Finfinnee, Sadaasa 21, 2016 (FBC)- Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Ministira Muummee Beeljiyeem Aleeksaandar Dee Kiroo waliin mari’ataniiru. Dooktar Abiy Yaa’ii COP28…
Idil Addunyaa Waliigalteen yeroof dhukaasa dhaabuu xumuramuu hordofee Isiraa’eel Gaazaa haleeluu itti fufte Sifen Megersa Dec 1, 2023 0 Finfinnee, Sadaasa 21, 2016 (FBC) – Waliigalteen yeroof dhukaasa dhaabuu xumuramuu hordofee Isiraa’eel Gaazaa haleeluu itti fufuu gabaafameera. Waliigalteen dhukaasa dhaabuu tibba darbe…
Oduu biyya keessaa Ayyaanni waggaa Maariyaamii Tsiyoon kabajamaa jira Sifen Megersa Dec 1, 2023 0 Finfinnee, Sadaasa 21, 2016 (FBC) – Ayyaanni waggaa Maariyaamii Aksum Tsiyoon haala hoo’aa ta’een kabajamaa jiraachuu ibsame. Pireezidaantii bulchiinsa yeroo naannoo Tigraay Obbo…
Oduu biyya keessaa Gumiin Balal marsaa 35ffaan gaggeeffamaa jira Debela Tadesse Dec 1, 2023 0 Finfinnee, Sadaasa 21, 2016 (FBC)- Waltajjiin Gumiin Balal Marsaa 35ffaan mata duree "Heddumminniifi walqixxummaan tokkummaa biyyaatiif'' jedhuun gaggeeffamaa jira. Kabaja guyyaa Sabaa fi…
Oduu biyya keessaa Muuxannoo leenjiin argame hojiin mirkaneessuun dhimma addaa duree hoggansaarraa eegamuudha-Obbo Adam… Debela Tadesse Dec 1, 2023 0 Finfinnee, Sadaasa 21, 2016 (FBC)- Muuxannoo leenjiin argame hojiin mirkaneessuun dhimma adda duree hoggansaarraa eegamu ta’uu Pireezidaantiin Ittaanaa Paartii Badhaadhinaa Obbo Adam Faaraah…
Oduu biyya keessaa Baankichi damee qonnaa deeggaruuf fooyyessa tilmaama dhala liqii taasise Debela Tadesse Nov 30, 2023 0 Finfinnee, Sadaasa 20, 2016 (FBC)-Baankiin Misoomaa Itiyoophiyaa tarkaanfiilee mootummaan damee qonnaarratti fudhachaa jiru milkeessuu fi invastimantii damichaa babal’isuuf fooyyessa…
Waajabila Faanaa Ugaandaatti dubartiin umrii waggaa 70 lakkuu deesse Sifen Megersa Nov 30, 2023 0 Finfinnee, Sadaasa 20, 2016 (FBC) –Ugaandaatti dubartiin umrii waggaa 70 daa’ima lakkuu da’uu ishee gabaafame. Dubartiin ganna 70 tun tumsa IVFn lakkuu da’uu ishee eerameera. Afrikaa…
Oduu biyya keessaa Guddinni Dhaabbataa kan madaalamu dandeettii imaammata mootummaa hojiirra oolchuu qabuuni –… Sifen Megersa Nov 30, 2023 0 Finfinnee, Sadaasa 20, 2016 (FBC) – Guddinni Dhaabbataa kan madaalamu sirnaa fi seera hordofee ga’umsa imaammata mootummaa hojiirraa oolchuu qabuuni jedhan Ajajaa Olaanaan Humna Qilleensaa…
Oduu biyya keessaa Hubannoo namtolcheen biyya gara guddinaatti ceesisa-Dooktar Ballaxaa Mollaa Debela Tadesse Nov 30, 2023 0 Finfinnee, Sadaasa 20, 2016 (FBC)- Hubannoo namtolcheen biyya gara guddinaatti ceesisa jechuun Ministirri Ministeera Innooveeshinii Fi Teeknooloojii Dooktar Ballaxaa Mollaan ibsan.…
Oduu biyya keessaa Guyyaan sabaa fi sablammootaa sadarkaa naannoleetti kabajame Debela Tadesse Nov 30, 2023 0 Finfinnee, Sadaasa 20, 2016 (FBC)- Guyyaan sabaa, sablammootaa fi uummatoota Itiyoophiyaa 18ffaan sadarkaa naannoleetti kabajameera. Haaluma kanaan guyyichi sadarkaa Naannoo Afaaritti kan…