Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Pireezidaantii Kuubaa waliin mari’atan Sifen Megersa Dec 1, 2023 0 Finfinnee, Sadaasa 21, 2016 (FBC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad yaa’ii COP 28 cinaattii Pireezidaantii Kuubaa Miigiweel Diyaaz Kanaal waliin mari’ataniiru. Dooktar Abiy…
Oduu biyya keessaa Magaalaan Shaggar mul’ataa fi kaayyoo abbootii qabeenyaa milkeessuuf ni hojjeta – Dooktar… Sifen Megersa Dec 1, 2023 0 Finfinnee, Sadaasa 21, 2016 (FBC) – Jilli kantiibaa Magaalaa Shaggar Dooktar Tashoomaa Addunyaan durfamu warshaa Meettaa daawwateera. Haroomsa warshichaa,qabiinsa hojjettootaa,walitti…
Oduu biyya keessaa Magaalaa Baatuutti hojiileen misooma qarqara Haroo Dambal daawwatame Sifen Megersa Dec 1, 2023 0 Finfinnee, Sadaasa 21, 2016 (FBC) – Jilli Dura Ta'aa Koree Dhaabbii Dhimma Misooma Magaalaa Caffee Oromiyaa Obbo Abdulqaadir Huseeniin durfamu, Magaalaa Baatuutti hojiilee misoomaa qarqara…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Ministira Muummee duraanii Ingiliz waliin mari’atan Debela Tadesse Dec 1, 2023 0 Finfinnee, Sadaasa 21, 2016 (FBC)- Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Ministira Muummee duraanii Ingiliiz Toonii Bileer waliin mari’ataniiru. Dooktar Abiy, Toonii Bileer waliin…
Oduu biyya keessaa Waldaa Dippiloomaatootaa hundeessuun faayidaa biyyaalessaaf gumaacha oolaanaa qaba – Ambaasaaddar… Sifen Megersa Dec 1, 2023 0 Finfinnee, Sadaasa 21, 2016 (FBC) – Waldaa Dippiloomaataa Itiyoophiyaa hundeessuun faayidaa biyyaalessaaf gumaacha olaanaa qabaachuu Ministir Deetaan Ministeera Dhimma Alaa Ambaasaaddar…
Oduu biyya keessaa Lammiilee Paakistaan biratti jaalatamummaan Kitaaba “Dhaloota Ida’amuu” dabalaa jiraachuun ibsame Debela Tadesse Dec 1, 2023 0 Finfinnee, Sadaasa 21, 2016 (FBC)- Lammiilee Paakistaan biratti dinqisiifannaan Kitaaba “Dhaloota Ida’amuu” kan Ministira Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimadiin barreeffame dabalaa jiraachuun…
Oduu biyya keessaa Chaayinaan omishtumaa qonnaa guddisuuf deeggarsa taasiftu cimsitee kan itti fuftu ta’uu ibsite Debela Tadesse Dec 1, 2023 0 Finfinnee, Sadaasa 21, 2016 (FBC)- Chaayinaan omishtummaan qonna Itiyoophiyaa akka dabaluuf deeggarsa taasiftuu cimsitee kan itti fuftu ta’uu Walitti Qabaan Koree Dhaabbii Dhimmoota Qonna…
Biiznasii Naannichatti Oomishni Barbaree bal’inaan gabaaf dhiyaachaa jira jedhame Sifen Megersa Dec 1, 2023 0 Finfinnee, Sadaasa 21, 2016 (FBC) –Naannoo Giddugaleessa Itiyoophiyaatti Oomishni Barbaree bal’inaan gabaaf dhiyaachaa jiraachuu Biiroon Qonnaa naannichaa beeksiise. Godinaalee…
Oduu biyya keessaa Guyyaan Sabaaf Sablammootaa 18ffaan Naannoolee garaagaraatti kabajamaa jira Sifen Megersa Dec 1, 2023 0 Finfinnee, Sadaasa 21, 2016 (FBC) – Guyyaan Sabaaf Sablammootaa 18ffaan Naannoolee garaagaraatti kabajamaa jiraachuu ibsame. Naannoo Harariitti guyyaan Sabaaf sablammootaa 18ffaan…
Oduu biyya keessaa Sochiin haleellaa koorniyaa dhaabsiisuu ifatti eegalame Sifen Megersa Dec 1, 2023 0 Finfinnee, Sadaasa 21, 2016 (FBC) – Miidhaa dubartootarra ga’u ittisuuf sagantaan sosochii haleellaa Koorniyaa dhaabsisuu Magaalaa Adaamaatti ifatti eegalameera. Pireezidaantii FDRI…