Oduu biyya keessaa Naannichatti haala waqtaawaarrati mari’atamaa jira Sifen Megersa Nov 29, 2023 0 Finfinnee, Sadaasa 19, 2016 (FBC) –Hoggantoonni Olaanoon Naannoo Amaaraa haala waqtaawaa nannicharratti mari’achaa jiraachuun ibsame. Rakkoon nageenyaa naannichatti mudate hojiilee…
Oduu biyya keessaa Obbo Adam Faaraahi Goondar galan Sifen Megersa Nov 29, 2023 0 Finfinnee, Sadaasa 19, 2016 (FBC) – Pireezidaantii Ittanaan Paartii Badhaadhina Obbo Adam Faaraahi Magaala Goondar galaniiru. Obbo Adam leenjii Hoggantoota Mootummaa marsaa 4ffaa hordofuu…
Idil Addunyaa Afrikaan Ardii miidhaa dachaaf saaxilamteedha – Antooniyoo Guutareez Sifen Megersa Nov 29, 2023 0 Finfinnee, Sadaasa 19, 2016 (FBC) – Afrikaan Ardii miidhaa dachaaf saaxilamte ta’uu Barreessaa Olaanaan Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii Antooniyoo Guutareez ibsan. Antooniyoo Guutareez…
Fayyaa Dabra Birhaanitti Xannachi kiiloogiraama 30 ulfaatu Haadha tokko keessa waldhaansa baqqaqsanii… Sifen Megersa Nov 29, 2023 0 Finfinnee, Sadaasa 19, 2016 (FBC)-Hoospitaala Waliigalaa Dabra Birhaanitti Xannachi kiiloogiraama 30 ulfaatu Haadha tokko keessaa waldhaansa baqqaqsanii yaaluun ba’uu ibsameera. Haadhaa…
Idil Addunyaa Hinditti hojjettoonni ijaarsaa holqa jige keessa turan 41 guyyoota 17 booda lubbuun bahan Sifen Megersa Nov 29, 2023 0 Finfinnee, Sadaasa 19, 2016 (FBC) – Hindi Kutaa Bulchiinsa Utaaraakhaanditti hojjettoonni ijaarsaa holqa jige keessa turan 41 guyyoota 17 booda lubbuun ba’uu isaanii ibsameera. Namoonni…
Oduu biyya keessaa Obbo Awwal Aarbaan Itiyoophiyaatti Ambaasaaddara Ameerikaa waliin mari’atan Sifen Megersa Nov 29, 2023 0 Finfinnee, Sadaasa 19, 2016 (FBC) –Pireezidaantiin Naannoo Afaar Obbo Awwal Aarbaan Ityoophiyaatti Ambaasaaddara Ameerikaa Eerviin Maasiingaa waliin mari’ataniiru. Obbo Awwal hojiilee…
Oduu biyya keessaa Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimadii fi Jilli isaaniin durfamu Riippaablika Cheekitti… Sifen Megersa Nov 29, 2023 0 Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimadii fi Jilli isaaniin durfamu Riippaablika Cheekitti daawwannaa hojii taasiiseera. Jilichi hojiilee Qonnaa, Turizimii, dameewwan Tumsa Itiyoo…
Oduu biyya keessaa Kontirobaandii ittisuuf hoggantoota gufuu ta’an saaxiluun barbaachisaa ta’uun akeekame Debela Tadesse Nov 28, 2023 0 Finfinnee, Sadaasa 18, 2016 (FBC)-Daddabarsa meeshaalee kontirobaandii irratti hoggantoota mootummaa hirmaatan saaxiluun itti gaafatamtoota taasisuuf tumsuun barbaachisaa ta’uu…
Oduu biyya keessaa Qajeelfamni tajaajila deeggarsaa fi gorsa leenjii teekinikaa fi Ogummaa kennuuf dandeessisu ifoome Debela Tadesse Nov 28, 2023 0 Finfinnee, Sadaasa 18, 2016 (FBC)- Ministeerri Hojii fi Ogummaa qajeelfama tajaajila deeggarsaa fi gorsa Leenjii Teekinikaa fi Ogummaa kennuuf dandeessisu ifoomseera. Qajleefamichas…
Oduu biyya keessaa Gaaffiin karra Galaana Diimaa deebii akka argatu ummanni gurmaa’ee socho’uu qaba-Dooktar Aregaawwii… Debela Tadesse Nov 28, 2023 0 Finfinnee, Sadaasa 18, 2016 (FBC)- Gaaffiin karra Galaana Diimaa Itiyoophiyaa deebii akka argatuuf ummanni gurmaa’ee socho’uu qaba jedhan Hayyuun Siyaasaa Dooktar Aregaawwi Barheen.…