Namni dhuunfaan Doolaara Sobaa kuma 28 qabatee socho’aa ture to’atame
Finfinnee, Sadaasa 14, 2016 (FBC) – Namni dhuunfaan Doolaara Ameerikaa Sobaa kuma 28 qabatee socho'aa ture to'atamuu Poolisiin beeksise.
Shakkamaan Doolaara Ameerikaa Sobaa kuma 28 fi 400…