Dhaabbilee fayyaa deebisanii ijaaruu fi suphuun tajaajila idilee akka kennan taasifamuu eerame
Finfinnee, Sadaasa 13, 2016 (FBC)- Raawwii damee fayyaa kurmaana jalqabaa bara 2016’n dhaabbilee fayyaa deebisanii ijaaruu fi suphuun %95 tajaajila idilee akka kennan taasifamuu eerameera.…