Kurmaana jalqabaatti meeshaaleen galii fi ba’ii meetirik toonii miiliyoona 4 geejjibsiifameera
Finfinnee, Sadaasa 12, 2016 (FBC)- Kurmaana jalqabaa bara baajataa 2016’tti meeshalee daldalaa alaa fi galii meetirik toonii miiliyoona 4 geejjibsiifamuu Ministeerrii Geejjibaa fi…