Idil Addunyaa Pireezidaanti Shii Jiinpiing Ameerikaa galan Sifen Megersa Nov 15, 2023 0 Finfinnee, Sadaasa 5, 2016 (FBC) - Pireezidaantiin Chaayinaa Shii Jiinpiing yaa’ii tumsa Diinagdee Eeshiyaa Paassifik Sanfiraasikootti taa'amurratti hirmaachuuf Ameerikaa galaniiru.…
Oduu biyya keessaa Jilli Ittaanaa Duraa Ta’aa Koongiraasii Biyyaleessaa Chaayinaan durfamu Finfinnee gale Sifen Megersa Nov 15, 2023 0 Finfinnee, Sadaasa 5, 2016 (FBC) –Jilli Ittaanaa Duraa Ta’aa Koongirasii Biyyaleessaa Chaayinaa Loosang Jiiyaalsaniin durfamu daawwannaa hojiif Finfinnee galeera. Jilichi wayita Buufata…
Ispoortii Waaliyaawwan har’a gita isaanii Seeraaliyoon waliin ni taphatu Sifen Megersa Nov 15, 2023 0 Finfinnee, Sadaasa 5, 2016 (FBC) – Gareen Kubbaa Miilaa Dhiirootaa Biyyaalessa Itiyoophiyaa tapha gulaallii waancaa Addunyaa marsaa jalqabaa gita isaa Seeraaliyoon waliin har'a ni taphata.…
Fayyaa Dhukkuba Infuleenzaa Sifen Megersa Nov 15, 2023 0 Finfinnee, Sadaasa 5, 2016 (FBC) –Dhukkubni Infuleenzaa/Filuu/ Vaayirasiidhaan kan dhufu infeekshinii ujummoo hafuuraa, funyaan, qoonqoo fi somba kan miidhuudha. Dhukkubni kun namoota…
Oduu biyya keessaa Arsii Lixaatti Warqee kuntaalli miiliyoona 2 ol argame Debela Tadesse Nov 14, 2023 0 Finfinnee, Sadaasa 4, 2016 (FBC)- Godina Arsii Lixaatti oomisha Warqee kuntaalli miiliyoona 2 fi kuma 400 ol argamuu Waajjirri Qonnaa Godinichaa ibse. Itti Gaafatamaan Waajjirichaa…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaan Argisiisaa Qilleensaa 18ffaa Dubaay irratti hirmaachaa jirti Debela Tadesse Nov 14, 2023 0 Finfinnee, Sadaasa 4, 2016 (FBC)- Jilli Itaamaajoor Shuumii Waligalaa Raayyaa Ittisa Biyyaa Fiildi Maarshaal Birhaanuu Juulaan durfamu argisiisa humna qilleensaa fi egzibiishinii 18ffaa…
Oduu biyya keessaa Alergitoonni albuuda sona dabaluurratti xiyyeeffachuu qabu jedhame Debela Tadesse Nov 14, 2023 0 Finfinnee, Sadaasa 4, 2016 (FBC)- Alergitoonni albuudaalee gati jabeeyyi albuudaaleerratti sona dabaluun gabaa alaaf dhiyeessuurratti xiyyeeffachuu akka qaban akeekame. Ministeerri…
Oduu biyya keessaa Jilli Mootummaa Azaarbaajaan Hoggansa Olaanaa Mootuummaa Naannoo Oromiyaa waliin mari’atan Debela Tadesse Nov 14, 2023 0 Jilli Mootummaa Azaarbaajaan Hoggansa Olaanaa Mootuummaa Naannoo Oromiyaa waliin mari’atan Finfinnee, Sadaasa 4, 2016 (FBC)- Jilli Mootummaa Azaarbaajaan Ministira Hariiroo Hawaasaa…
Oduu biyya keessaa Sirna Barnootaa cimsuuf carraaqqii olaanaa gaafata jedhan MM Dooktar Abiy Ahimad Debela Tadesse Nov 14, 2023 0 Finfinnee, Sadaasa 4, 2016 (FBC)- Sirna Barnootaa cimsuun carraaqqii olaanaa akka gaafatu Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimas ibsan. Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa walga’ii…
Oduu biyya keessaa Nyaata beeyladaa toonii miliyoona 39 walitti qabuuf hojjetamaa jira-BQO Debela Tadesse Nov 14, 2023 0 Finfinnee, Sadaasa 4, 2016 (FBC)- Nyaata beeyladaa toonii miiliyoona 39 walitti qabuuf karoorfamee hojjetamaa jiraaachuu Biiroon Qonnaa Oromiyaa beeksise. Biirichaatti daayrektarri…