Finfinneetti kurmaana 1ffaa darbe keessa galiin Birriin biiliyoonni 33 ol walitti qabamuu ibsame
Finfinnee, Sadaasa 3, 2016 (FBC) – Finfinneetti kurmaana 1ffaa darbe keessa galiin Birriin biiliyoonni 33 ol walitti qabamuu Biiroon Galiiwwanii Magaalaa Finfinnee beeksiseera.
Bara…