Oduu biyya keessaa Baalli sammuu hadoochu kuntaalli 30 ol dhabamsifame Debela Tadesse Apr 23, 2024 0 Finfinnee, Ebla 15, 2016(FBC)- Qajeelchi Odeeffannoo Ajaja Kibbaa baala sammuu hadoochu kuntaala 30 ol dhabamsiifame. Qajeelchi Odeeffannoo Ajaja Kibbaa Godina Arsii Lixaa Aanaa…
Oduu biyya keessaa Oromiyaatti dameen maanufaakchariingii sharafa alaa Doolaara miliyoona 183 argamsiise-BIIO Debela Tadesse Apr 23, 2024 0 Finfinnee, Ebla 15, 2016 (FBC)- Naannoo Oromiyaatti damee indaastirii maanufaakchariingii sharafa alaa Doolaara miliyoona 183 argamsiisuu Biiroo Invastimantii fi Industirii Naannichaa…
Idil Addunyaa Maaleezhiyaatti Heelikooptarri walitti bu’uun lubbuun namoota 10 darbe Debela Tadesse Apr 23, 2024 0 Finfinnee, Ebla 15, 2016(FBC)- Heelikooptaronni waraanaa lama kan qabeenyummaan isaa Humna Galaanaa Maaleezhiyaa ta’an balaliirraa osoo jiranii walitti bu’uun lubbuun namoota 10 darbuun…
Oduu biyya keessaa Naannoo Tigraayitti duulli taalaalli ittisa Pooliyoo eegale Debela Tadesse Apr 23, 2024 0 Finfinnee, Ebla 15, 2016(FBC)- Naannoo Tigraayitti duulli taalaallii ittisa Pooliyoo sadarkaa naannichaatti eegaleera. Duulli talaallichaas har'a Magaalaa Maqaleetti kan eegale yoo ta’u,…
Oduu biyya keessaa Fayyadamummaa karraa galaanaa karaa seera idil addunyaa eegeen deebisuuf hojjechuun gaaffii haqummaa… Debela Tadesse Apr 23, 2024 0 Finfinnee, Ebla 15, 2016(FBC)- Mariin Paanaalii Karra galaanaa irratti xiyyeeffatu Yuunivarsitii Madda Walaabuutti gaggeeffamaa jira. Marichi mata duree "Karra Galaanaafi Itiyoophiyaa…
Fayyaa Komishiniin Gamtaa Awurooppaa damee fayyaaf deeggarsa taasisu cimee akka itti fufu ibse Tsehay Guluma Apr 23, 2024 0 Finfinnee, Ebla 15, 2016(FBC)- Itiyoophiyaattii sirna fayyaa hinraafamne dhugoomsuu fi waliingahiinsa fayyaa hundagaleessa fooyyessuuf deeggarsa barbaachisaa akka taasisu Komiishiniin…
Oduu biyya keessaa Biiroo Fayyaa Oromiyaaf deeggarsi Ambulaansii 7 taasifame Tsehay Guluma Apr 23, 2024 0 Finfinnee, Ebla 15, 2016(FBC)- Faawundeeshinii Eegumsa Fayyaa Idil Addunyaa Kooriyaa (KOFIH) Biiroo Fayyaa Oromiyaaf deeggarsa konkolaattota Ambulaansii taasiseera. Konkolaattonni…
Oduu biyya keessaa Balfaan dhiibbaan Haroo Haramaayaarra ga’u dabaluun ibsame Debela Tadesse Apr 23, 2024 0 Finfinnee, Ebla 15, 2016(FBC)- Balfi goggogaafi dhangala'aan magaalattii keessaa bahu dhiibbaan Haroo Haramaayaarraan gahaa jiru dabalaa dhufuun ibsame. Rakkoon qulqullina magaalattiitti…
Ispoortii Embaasichi dorgommii Buunyaa Afrikaa Waancaa Maandeellaan injifannoo galmaa’eef gammachuu isaa ibse Debela Tadesse Apr 23, 2024 0 Finfinnee, Ebla 15, 2016(FBC)- Piriitooriyaatti Embaasiin Itiyoophiyaa Dorgommii Buunyaa Afrikaa Waancaa Maandeellaan injifannoo galmaa’eef gammachuu itti dhaga’ame ibse. Dorgommo Buunyaa…
Oduu biyya keessaa Ambaasaaddar Taayyeen Sudaanitti ergamaa Addaa Barreessaa Olaanaa DhMG waliin mari’atan Sifen Megersa Apr 22, 2024 0 Finfinnee, Ebla 14, 2016 (FBC) – Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Ambaasaaddar Taayyee Atsiqasillaaseen Sudaanitti ergamaa Addaa Barreessaa Olaanaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii…