Oromiyaatti kurmaana 1ffaa keessa galiin Birriin biiliyoonni 26 ol walitti qabame
Finfinnee, Onkololeessa 29, 2016 (FBC) – Oromiyaatti kurmaana 1ffaa darbe keessa galiin Birriin biiliyoonni 26 ol walitti qabamuu Biiroon Maallaqaa naannichaa beeksise.
Naannichi bara…