Kurmaana 1ffaa damma toonii 6 ol oomishuun danda’ameera-Pir. Shimallis
Finfinnee, Onkololeessa 20, 2016 (FBC)- Kurmaana jalqabaa bara baajataa 2016tti damma toonii kuma 6 ol oomishuun akka danda’ame Pireezidaantiin Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan…