Oduu biyya keessaa Walga’iin Idilee Qulqulluu Sinoodoosii xumurame Sifen Megersa Oct 30, 2023 0 Finfinnee, Onkololeessa 19, 2016 (FBC) – Walga’iin Idilee Qulqulluu Siinoodoosii Mana Amantaa Ortodoksii Waloomaa xumuramuu ibsameera. Walga’iin idilee Qulqulluu Siinoodoosii Mana Amantaa…
Oduu biyya keessaa Mirgi Himatamuu dhabuu Kantiibaa duraanii Magaalaa Hawaasaa Tsaggaayee Tukkee kaafame Debela Tadesse Oct 30, 2023 0 Finfinnee, Onkololeessa 19, 2016 (FBC)- Manni Maree Naannoo Sidaamaa yaa’ii ariifachiisaa har’a gaggeessaa jiruun mirga himatamuu dhabuu miseensota sadii kaaseera. Miseensonni mirgi…
Biiznasii Damee holtiikaalchariirraa galii Doolaara miiliyoona 741 ol argachuuf hojjetamaa jira Debela Tadesse Oct 30, 2023 0 Finfinnee, Onkololeessa 19, 2016 (FBC)- Bara 2016’tti, damee Holtiikaachariirraa galii Doolaara miiliyoona 741.8 argachuuf hojjetamaa jiraachuu Ministeerri Qonnaa beeksise. Ministeerichi…
Idil Addunyaa Iraan Giddugala Naannawaa Gaazaa ijaaruu akka barbaaddu ibsite Debela Tadesse Oct 30, 2023 0 Finfinnee, Onkololeessa 19, 2016 (FBC)-Iraan Giddugalaa Naannawaa Gaazaa ijaaruu akka barbaduu ibsiteetti. Itti Aanaan Pireezidaantii Biyyattii Mohammad Mokbaar wabeeffachuun ‘Faris News’…
Ispoortii Gareen Kubbaa Miilaa Itiyoophiyaan Dirree isaarratti akka taphatu hojjetamaa jira jedhame Sifen Megersa Oct 30, 2023 0 Finfinnee, Onkololeessa 19, 2016 (FBC) – Gareen Kubbaa Miilaa Dhiirootaa Biyyaalessa Itiyoophiyaa ulaagaa guutuun Dirree isaarratti akka taphatu xiyyeeffannoon hojjetamaa jiraachuu…
Teeknooloojii Haleellaan nageenya Saayibarii harki caaluu sababa hanqina hubannoon kan mudatu ta’uu ibsameera Sifen Megersa Oct 30, 2023 0 Finfinnee, Onkololeessa 19, 2016 (FBC) – Haleellaan nageenya Saayibarii % 80 -90 sababa hanqina hubannoo fayyadamtootaan kan mudatu ta’uu ibsameera. Baatiin nageenya Saayibarii…
Oduu biyya keessaa Xaa’oo oomisha bara 2016/17’f oolu geejjibsiisuun eegalame Sifen Megersa Oct 30, 2023 0 Finfinnee, Onkololeessa 19, 2016 (FBC) – Xaa’oo biyyoo bara Oomishaa 2016/17’f oolu Geejjibsiisuun eegalamuu Dhaabbanni Tajaajila Geejjiba Galaanaa fi Loojistiiksii beeksiiseera.…
Oduu biyya keessaa Hojiiwwan karoora xiiqiin qabaman milkeessuuf xiyyeeffannoon hojjetamuu qaba-Dooktar Biqilaa… Debela Tadesse Oct 30, 2023 0 Finfinnee, Onkololeessa 19, 2016 (FBC)- Hojiiwwan karoora xiiqiin qabaman milkeessuuf xiyyeeffannoon hojjetamuu akka qabu Itti Gaafatamaan Damee Siyaasaa Paartii Badhaadhinaa Dooktar Biqilaa…
Oduu biyya keessaa Oomishaalee biyya keessaa dorgomaa taasiisuuf hojjetamuu qaba jedhame Sifen Megersa Oct 30, 2023 0 Finfinnee, Onkololeessa 19, 2016 (FBC) – Qulqullina oomishaalee biyya keessaa mirkaneessuun Oomisha alaa galan bakka bu’uun dorgomaa akka ta’an hojjetamuu qaba jedhame. Ministeerri…
Oduu biyya keessaa Manni Maree Naannoo Sidaamaa yaa’ii ariifachiisaa gaggeessuu eegale Debela Tadesse Oct 30, 2023 0 Finfinnee, Onkololeessa 19, 2016 (FBC)- Manni Maree Naannoo Sidaamaa yaa’ii ariifachiisaa 1ffaa bara hojii 3ffaa Magaalaa Hawaasaatti gaggeessuu eegaleera. Manni marichaa yaa’icha guyyaa…