Oduu biyya keessaa Fuula Miidiyaa Dijitaalaa keenya isa Sirrii Debela Tadesse Oct 13, 2023 0 Finfinnee, Onkololeessa 2, 2016 (FBC)- Suuraa qindaa’een (Photoshop) dabalatee tooftaawwan garaagaraa fayyadamuun Odeeffannoo Faana Biroodkaastiingi Koorporeet fakkeessuun namoonni…
Oduu biyya keessaa Godina Wallagga Bahaatti lafa hektaara kuma 106 ol Qamadii Jallisii Boneen misoomsuuf facaasaan… Sifen Megersa Oct 13, 2023 0 Finfinnee, Onkololeessa 2, 2016 (FBC) – Godina Wallagga Bahaatti lafa hektaara kuma 106 fi 682 Qamadii Jallisii Boneen misoomsuuf facaasaan eegalamuu Waajjirri Qonnaa godinichaa beeksiseera.…
Idil Addunyaa Lola Isiraa’eelii fi Hamaas gidduutti gaggeeffamaa jiruun hanga ammaatti lubbuun namoota kuma 2 fi… Sifen Megersa Oct 13, 2023 0 Finfinnee, Onkololeessa 2, 2016 (FBC) – Lola Isiraa’eelii fi Hamaas gidduutti gaggeeffamaa jiruun hanga ammaatti lubbuun namoota kuma 2 fi 800 olii darbuu gabaafameera. Gama lamaaniinuu…
Oduu biyya keessaa Guyyaan Alaabaa Wiixata dhufu kabajama Debela Tadesse Oct 13, 2023 0 Finfinnee, Onkololeessa 2, 2016 (FBC)- Guyyaan Alaabaa Wiixata dhufu Onkololeessa 5, 2016 akka kabajamu Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa beeksise. Guyyichi, mata duree “Olka’iinsi…
Biiznasii Ministeerichi albuudaalee gabaa alaaf dhiyaatanirraa Doolaara miiliyoona 500 argachuuf karoorfachuun… Debela Tadesse Oct 13, 2023 0 Finfinnee, Onkololeessa 2, 2016 (FBC)- Bara 2016 albuudaalee gabaa biyya alaaf dhiyaatan irraa sharafa alaa Doolaara miiliyoona 500 argachuuf karoorfamuu Ministeerri Albuudaa beeksise.…
Oduu biyya keessaa Komishiiniin Haaromsa Biyyaalessaa fi Manni Maree Dhaabbilee Waldaalee Sivilii Itoophiyaa… Debela Tadesse Oct 13, 2023 0 Finfinnee, Onkololeessa 2, 2016 (FBC)- Komishiiniin Haaromsa Biyyaalessaa fi Manni Maree Dhaabbilee Waldaalee Sivilii Itiyoophiyaa waliin hojjechuuf waliigaltee mallatteessaniiru.…
Oduu biyya keessaa Kutaalee Magaalaa Shaggarritti Inisheetiviin sagantaa nyaata barattootaa eegalame Sifen Megersa Oct 13, 2023 0 Finfinnee, Onkololeessa 2, 2016 (FBC) –Kutaalee Magaalaa Bulchiinsaa magaalaa Shaggaritti Inisheetiviin sagantaa nyaata barattootaa eegalameera. Sagantaan nyaata barattootaa kun kutaa…
Oduu biyya keessaa Koomiishiniin Hoggansa sodaa balaa fi DhMG buqqaatota deebisanii dhaabuurratti waliin hojjechuuf… Debela Tadesse Oct 13, 2023 0 Finfinnee, Onkololeessa 2, 2016 (FBC)- Koomiishinarri Koomishinii Hoggansa Sodaa Balaa Itiyoophiyaa Ambaasaaddar Shifarraa Takilamaariyaam Gorsaa Dhimmootaa Buqqaatotaa Biyyaa Keessaa…
Oduu biyya keessaa Jilli Piroofeesar Birhaanuun durfamu naannoo Gaambeellaatti manneen barnootaa daawwate Sifen Megersa Oct 13, 2023 0 Finfinnee, Onkololeessa 2, 2016 (FBC) – Jilli Ministira Ministeera Barnootaa Piroofeesar Birhaanuu Naggaan durfamu naannoo Gaambeellaatti manneen barnootaa daawwateera. Daa’immaan…
Biiznasii Naannichatti abbootti qabeenyaa kappitaala Birrii biiliyoona 2 galmeessan 134’f eeyyamni kenname Debela Tadesse Oct 13, 2023 0 Finfinnee, Onkololeessa 2, 2016 (FBC)- Naannoo Beenishaanguul Gumuuzitti abbootii qabeenyaa Kaappitaala Birrii biiliyoona 2 galmeessisan 134 eeyyamni invastimanti kenname. Abbootiin…