Pireezidaanti Shimallis du’aan boqochuu Artist Haloo Daawween gaddi itti dhaga’ame ibsan
Finfinnee, Onkololeessa 4, 2016 (FBC)-Pireezidaantiin Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis du'aan boqochuu Artist Haloo Daawween gaddi itti dhaga'ame ibsan.
Du'aan adunyaa kana irraa darbuu…