Idil Addunyaa Afgaanistaanitti yeroo 2ffaaf kirkirri lafaa mudate Debela Tadesse Oct 11, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 30, 2016 (FBC)- Afgaanistaanitti yeroo 2ffaaf kirkirri lafaa mudachuun gabaafame. Kirkirri lafaa mudate kunis, Reektar Iskeelii 6.3 kan galmaa’e yoo ta’u, kutaa…
Idil Addunyaa Afrikaatti waggaa waggaan lubbuun shamarran kuma 44 sababa kittaannaan darba-Qorannoo Debela Tadesse Oct 11, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 30, 2016 (FBC)-Afrikaatti waggaa waggaan lubbuun shamarran kuma 44 sababa kittaannaan akka darbu qorannoon ifoomse. Bu’aan qorannoo ifoomees biyyoota akka…
Idil Addunyaa Sagantaan Nyaataa Addunyaa Gaazaa fi Westi Baankitti Kooriidaroota deeggarsa namoomaa bansiisuuf… Debela Tadesse Oct 11, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 30, 2016 (FBC)- Dhaabbata Mootummoota Gamtoomaniitti Sagantaan Nyaata Addunyaa Gaazaa fi Westi Baankitti Kooriidaroota deeggarsa namoomaa bansiisuuf hojii eegaluu…
Oduu biyya keessaa Lammiin Itiyoophiyaa umrii 14 badhaasa Saayintistoota guddatoo injifate Debela Tadesse Oct 11, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 30, 2016 (FBC)- Lammiin Itiyoophiyaa umrii 14 badhaasa Saayintistoota guddatoo injifate. Ameerikaa kan jiraatu lammiin Itiyoophiyaa umrii 14 Hiiman Baqqalaa badhaasa…
Oduu biyya keessaa Pireezidaanti Saahilawarqi Daayrektara olaanaa Dhaabbataa Godaantota Addunyaa waliin mari’atan Debela Tadesse Oct 11, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 30, 2016 (FBC) - Pireezidaantiin FDRI Saahilawarqi Zawudeen, Daayrektara Olaanaa Dhaabbata Godaatotaa Addunyaa Emmii Pooppi waliin mari’ataniiru. Emmii Pooppi…
Oduu biyya keessaa Qabxii Olaanaan Mana Barumsaa Bultii Addaa WMO 637 galmaa’e Debela Tadesse Oct 11, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 30, 2016 (FBC)- Mana Barumsaa Bultii Addaa Waldaa Misoomaa Oromiyaatti qabxii olaanaan 637 galmaa’e. Waldichi akka beeksisetti, barattoonni Bultii Addaa qabxii boonsaa…
Oduu biyya keessaa Bulchiinsi magaalaa Finfinnee giddu gala Gabaa Taayiwaan deebisanii dhaabuuf kan oolu Birrii… Sifen Megersa Oct 10, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 29, 2016 (FBC) - Bulchiinsi magaalaa Finfinnee magaalaa Jigjigaatti giddu gala Gabaa Taayiwaan balaa Ibiddaan gubate deebisanii dhaabuuf kan oolu Birrii miiliyoona 30…
Oduu biyya keessaa Indaastiriin Maanufaakchariingii toora xiyyeeffannoo shanan Mootummaan Naannoo Oromiyaa qabu keessaa… Sifen Megersa Oct 10, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 29, 2016 (FBC) - Indaastiriin Maanufaakchariingii toora xiyyeeffannoo shanan Mootummaan Naannoo Oromiyaa qabu keessaa isa tokko ta'uu Pireezidaantiin naannichaa Obbo…
Oduu biyya keessaa Waltajjiin leenjii hoggansa olaanoo fi giddugaleessa Paartii Badhaadhinaa eegalame Sifen Megersa Oct 10, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 29, 2016 (FBC) - Waltajjiin leenjii hoggansa olaanoo fi giddugaleessa Paartii Badhaadhinaa marsaa 2ffaan guyyoota 10f turu har'a eegalameera. Bu'aawwan kana dura…
Oduu biyya keessaa Qabxii gaarii galmeessuuf karoorfadheen qo’achaa ture, milkaa’eeras – Barattuu… Sifen Megersa Oct 10, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 29, 2016 (FBC) - Qormaata kutaa 12ffaan qabxii gaarii galmeessuuf akkuma karoorfattee qophaa'aa turte milkaa'uu isheetti gammaduu Barattuu Hanan Najjiin ibsite.…