Irreecharraa walooma, galata, araara fi dhiifama barachuu qabna-Hirmaattota Ayyaanichaa
Finfinnee, Fulbaana 27, 2016 (FBC)- Irreecharraa, walooma, galata, araara fi dhiifama akkasumas, nageenya barachuu qabna jechuun hirmaattonni ayyaanichaa eeran.
Irreechi bara 2016 Mata…