Oduu biyya keessaa Balaa tiraafikaan lubbuun namoota 7 darbe Debela Tadesse Mar 6, 2024 0 Finfinnee, Guraandhala 27, 2016 (FBC)- Godina Qellem Wallaggaa Aanaa Sayyoo Ganda Alakuu Abbootti balaa tiraafikaa mudateen lubbuun namoota 7 darbe. Kana malees balichaan namoota 10 irra…
Oduu biyya keessaa Jilli Qondaaltota Raayyaa Ittisaa Zaambiyaa Koolleejii Loltummaa Raayyaa Ittisaa Biyyaa daawwate Debela Tadesse Mar 6, 2024 0 Finfinnee, Guraandhala 27, 2016 (FBC)- Jilli Ittaanaa Itaamaajoor Shuumii Zaambiyaa Meejer Jeneraal Ji’oofar Chongiin durfamu Koolleejii Loltummaa Raayya Ittisaa biyyaa daawwate.…
Oduu biyya keessaa Qonnaa Arfaasaa fi Gannaa bara 2016/17 milkeessuuf Ogeeyyii fi gaggeessitoonni qophii cimsuu… Debela Tadesse Mar 6, 2024 0 Finfinnee, Guraandhala 27, 2016 (FBC)- Qonnaa Arfaasaa fi Gannaa bara oomisha 2016/17 milkeessuuf Ogeeyyiifi gaggeessitoonni qophii cimaa taasisuu akka qaban Biiroo Qonna Oromiyaa…
Oduu biyya keessaa Baatiiwwan ja’an darban indaastiriiwwan haaraan kuma 1 fi 536 hojii oomishuu eegaluun ibsame Debela Tadesse Mar 6, 2024 0 Finfinnee, Guraandhala 27, 2016 (FBC)- Baatiiwwan ja’an darban biyyattiitti indastiriiwwan haaraan kuma 1 fi 536 hojii oomishuu eegaluu Ministeerri Indaastirii beeksise. Bakka Ministirri…
Biiznasii Bulchiinsa Taaksii fooyyeessuu fi dandeettii galii walitti qabuu naannolee cimsuun kallattii… Debela Tadesse Mar 6, 2024 0 Finfinnee, Guraandhala 27, 2016 (FBC)- Bulchiinsa Taaksii fooyyeessuu fi dandeettii galii walitti qabuu naannolee guddisuun kallattii fuulduraa ta’uu Ministirri Ministeera Galiiwwanii Aadde…
Ispoortii Taphni Waanca Shaampiyoonsi Liigii Kilaboota Awurooppaa galgala kana ni taphatamu Debela Tadesse Mar 6, 2024 0 Finfinnee, Guraandhala 27, 2016 (FBC)- Halkan sa'aatii 5:00’tti Deenmaarki Kooppanhaagen gara Ingilaandi imaluun Itihaadirratti shaampiyoonaa bara darbee Maanchiister Siitii waliin morkata.…
Oduu biyya keessaa Jiraattoonni Magaalaa Finfinnee Yaadannoo Injifannoo Adwaa daawwatan Debela Tadesse Mar 6, 2024 0 Finfinnee, Guraandhala 27, 2016 (FBC)- Jirattoonni Magaalaa Finfinnee kutaalee magaalaa garaagaraarraa baba’an Yaadannoo Injifannoo Adwaa daawwataniiru. Jiraattoonni kunneen bakka yeroo…
Oduu biyya keessaa Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaa Mawunitti balalii eegale Debela Tadesse Mar 6, 2024 0 Finfinnee, Guraandhala 27, 2016 (FBC)- Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaa gara Bootsiwaanaa Magaalaa Maawunitti balalii taasisuu eegaluu beeksise. Waxabajjii 3, 2016 irraa eegalees…
Ispoortii Bulchiinsi Magaalaa Shaggar Shaampiyoonaa ta’e Debela Tadesse Mar 6, 2024 0 Finfinnee, Guraandhala 27, 2016 (FBC)-Dorgommiin Shaampiyoona Ispoortii Manneen Barnootaa Oromiyaa 5ffaan Bulchiinsa Magaalaa Baatuutti guyyoota 12'f gaggeeffamaa ture xumurameera.…
Ispoortii Atileet Qananiisaa Baqqalaa fi Tigisti Asaffaan Maraatoonii Landanirratti ni hirmaatu Debela Tadesse Mar 6, 2024 0 Finfinnee, Guraandhala 27, 2016 (FBC)- Atileet Qananiisaa Baqqalaa fi Tigisti Asaffaan maraatoonii Landanirratti kan hirmaatan ta’uu Koreen Qopheessituu Maraatoonii Landan beeksise.…