Oduu biyya keessaa Ayyaanni Daamaraa naannolee garaagaraatti kabajame Sifen Megersa Sep 27, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 16, 2016 (FBC) – Ayyaanni Damaraa Magaalaa Asoosaa, Gaambeellaa fi Hawaasatti kabajameera. Sirni Gubaa Daamaraa Naannoo Beenishaanguil Gumuz magaalaa Asoosaa, naannoo…
Oduu biyya keessaa Aadde Adaanachi ayyaana Masqalaa sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsan Sifen Megersa Sep 27, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 16, 2016 (FBC) –Kantibaan magaalaa Finfinnee Aadde Adaanachi Abeebeen ayyaana Daamaraa Masqalaa sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsaniiru. Ayyaanni Masqalaa…
Oduu biyya keessaa Af Yaa’iin caffee Oromiyaa ayyaana Masqalaa sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsan Sifen Megersa Sep 27, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 16, 2016 (FBC) –Af Yaa'iin Caffee Oromiyaa Aadde Sa'aadaa Abdurahmaan ayyaana Masqalaa sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsaniiru. Guutuun ergaa isaanii haala…
Oduu biyya keessaa Ayyaanni Masqalaa ayyaana Dachee rooba gannaan dhoqqoofte qoorsee, biiftuu hurriin haguugamte saaqee… Sifen Megersa Sep 27, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 16, 2016 (FBC) –Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaa ayyaana Daamaaraa Masqalaa ilaalchisuun ergaa baga geessanii dabarsaniiru. Guutuun…
Oduu biyya keessaa MM Dooktar Abiy Ahimad ayyaana Masqalaa sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsan Sifen Megersa Sep 27, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 16, 2016 (FBC) –Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad ayyaana Masqalaa sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsaniiru. Daamaraa jechuun ida'uu, ida'amuu fi…
Idil Addunyaa Iraaqitti balaa Ibiddaa mudateen namoonni sirna cidhaarra turan 100 du’an Sifen Megersa Sep 27, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 16, 2016 (FBC) – Iraaqitti balaa Ibiddaa mudateen namoonni sirna cidhaarra turan 100 lubbuun darbuu gabaafameera. Namoota 150 olirra ammoo miidhaan qaamaa qaqqabuu…
Oduu biyya keessaa Ayyaanni Mawuliidaa Masjiida Guddicha Anniwaaritti kabajamaa jira Sifen Megersa Sep 27, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 16, 2016 (FBC) – Ayyaanni Mawuliidaa waggaa 1498ffaan Masjiida Guddicha Anniwaaritti sirna hoo'aa ta'een kabajamaa jira. Abbootiin amantaa, hordoftoonni amantichaa,…
Oduu biyya keessaa Shamarree Maahidar Fiqaaduu barreedduu Tuurizimii Oromiyaa bara 2016 taate Sifen Megersa Sep 27, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 16, 2016 (FBC) – Dorgommii miidhaginaa Miis Tuurizimii Oromiyaa marsaa 3'ffaa Magaalaa Finfinnee Hoteela Iskaayilaayititti gaggeeffame shamarree Maahidaar Fiqaaduu…
Oduu biyya keessaa Carraa hojii seektarri tuuriizimii maddisiisu irraa fayyadamuuf hatattamaan hojiitti galuu… Debela Tadesse Sep 26, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 15, 2016 (FBC)- Carraa hojii seektarri tuuriizimii maddisiisu irraa fayyadamuuf hatattamaan hojiitti galuu qabna jedhan Pireezidaantin Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis…
Biiznasii Baankichi liqii Birrii biiliyoona 29 kennuuf qophaa’uu ibse Debela Tadesse Sep 26, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 15, 2016 (FBC)-Baankiin Misoomaa Itiyoophiyaa bara baajataa 2016tti sochoostota Intarpiraayizoota Giddugaleessaaf liqii Birrii biiliyoona 20 kennuuf karoorfachuu…