Baankiin Daldalaa Itiyoophiyaa badhaasa Idil-addunyaa “Islamic Retail Banking”…
Finfinnee, Guraandhala 15, 2016 (FBC) -Baankiin Daldalaa Itiyoophiyaa badhaasa Idil-addunyaa "Islamic Retail Banking" 9ffaa badhaafameera.
Bara 2023tti tajaajila baankii Islaamummaa gahaa…