Itiyoophiyaa keessaa ‘Dhibeen busaa badeera’ jedhamee hubatamuun dogoggora-Ministeera Fayyaa
Finfinnee, Fulbaana 4, 2016 (FBC)- Itiyoophiyaatti hubannoon akka waan dhibeen busaa badeetti fudhatamuu fi rakkooleen agoobara keemikaala cuuphame fayyadamuu dhabuu akka mul’atu Ministeerri…