Oduu biyya keessaa Humni waloomeefi irreen gamtoome injifataadha! – MNO Sifen Megersa Sep 10, 2023 0 Finfinnee, Qaammee 5, 2015 (FBC) ¬– Mootummaan Naannoo Oromiyaa Guutinsa Hidha Guddicha Haaromsa Itiyoophiyaa marsaa 4ffaa fi xumura milkiin xumuramuu hordofee ergaa baga gammaddanii…
Idil Addunyaa Morookootti lakkoofsi namoota kirkira lafaan du’anii kuma 2 caale Sifen Megersa Sep 10, 2023 0 Finfinnee, Qaammee 5, 2015 (FBC)- Morookootti balaa kirkira lafaa mudateen lakkoofsi namoota lubbuun darbanii kuma 2 dabruun gabaafame. Balaan kirkira lafaa magniitiyuudii 6.8 galmeesseen…
Ispoortii Magaalaa Finfineetti iddooleen oolmaa dargaggootaa eebbifaman Sifen Megersa Sep 10, 2023 0 Finfinnee, Qaammee 5, 2015 (FBC) – Magaalaa Finfineetti Qaammee 5, Guyyaa dhalootaa sababeeffachuun iddooleen oolmaa dargaggootaa eebbifamaniiru. Har’a Qaammeen 5, Guyyaan Dhalootaa…
Oduu biyya keessaa Guutinsi Bishaanii Hidha Haaromsaa Guddicha Itiyoophiyaa Marsaa 4ffaan milkiin xumurame Sifen Megersa Sep 10, 2023 0 Finfinnee, Qaammee 5, 2015 (FBC) ¬– Muummeen ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad guutinsi Bishaanii Hidha Guddicha Haaromsaa Itiyoophiyaa Marsaa 4ffaan milkiin xumuramuu ibsan. Hojii…
Oduu biyya keessaa Dhaloonni har’aa dhaaltuu dhaloota kaleessaati, boru ammoo boru dhaloota har’aan… Sifen Megersa Sep 10, 2023 0 Finfinnee, Qaammee 5, 2015 (FBC) – Tajaajilli Kominikeeshinii Mootummaa Qaammee 5, Guyyaa Dhalootaa ilaalchisee ergaa dabarseera. Qaammeen 5, Guyyaan dhalootaa mata duree 'Itiyoophiyaa…
Idil Addunyaa Morookootti namoonni kirkirlaa lafaan du’an kuma 1 caale Debela Tadesse Sep 9, 2023 0 Finfinnee, Qaammee 4, 2015 (FBC)- Morookootti balaa kirkira lafaa mudateen lakkoofsi namootaa lubbuun isaanii darbee kuma 1 dabruun gabaafame. Balaan kirkira lafaa magniitiyuudii 6.8…
Oduu biyya keessaa Itiyoo Teelekom tajaajila Neetiwoorkii Moobaayilaa Dhaloota 5ffaa eegalchiise Debela Tadesse Sep 9, 2023 0 Finfinnee, Qaammee 4, 2015 (FBC)- Itiyoo Teelekom tajaajila Neetiwoorkii Moobaayilaa Dhaloota 5ffaa (5G) har’a eegalchiise. Addabaabayii Michummaatti sagantaa jalqabsiisa tajaajilichaa…
Ispoortii Kilabni Meeboon Roobeen Shaampiyoonaa Kilaboota liigii 1ffaa Oromiyaa ta’e Debela Tadesse Sep 9, 2023 0 Finfinnee, Qaammee 4, 2015 (FBC)- Dorgommiin Shaampiyoonaa Kilaboota liigii 1ffaa Oromiyaa waliigalaa kan 2015 Magaalaa Roobeetti dorgomamaa ture Olaantummaa Kilaba Meeboon Roobeen…
Oduu biyya keessaa Oromiyaan fakkeenya badhaadhinaa naannolee fi utubaa Itiyoophiyaa akka taatuuf hojjechaa jirra-Pir.… Debela Tadesse Sep 9, 2023 0 Finfinnee, Qaammee 4, 2015 (FBC)- Oromiyaan fakkeenya badhaadhinaa naannolee fi utubaa Itiyoophiyaa akka taatuuf xiyyeeffannoon hojjetamaa jiraachuu Pireezidaantiin naannoo oromiyaa Obbo…
Oduu biyya keessaa Walharkaa fuudhiinsi Maashinaroota suphaa daandiif oolan 79 taasifame Debela Tadesse Sep 9, 2023 0 Finfinnee, Qaammee 4, 2015 (FBC)- Deeggarsa Mootummaa Jaappaaniin kan bitaman walharkaa fuudhiinisi konkolaattootaa fi Maashinaroota suphaa daandiif olaan 79 taasifamuu Kantiibaan Magaalaa…