Ariitiin umurii malee daandii hin gabaabsu! – Ejansii Geejjiba Oromiyaa
Finfinnee, Qaammee 5, 2015 (FBC) – Ayyaanni torbee nageenya Tiraafiikaa Magaalaa Jimmaatti kabajamera.
Bara 2015 magaala jimmaatti balaan 73 qaqqabeen lubbuun namoota 20 darbuu ibsameera.…