Oduu biyya keessaa Dooktar Maqidas Dhaabaa eenyu? Debela Tadesse Feb 8, 2024 0 Finfinnee, Amajjii 30, 2016(FBC) –Dooktar Maqdas Dhaabaa Magaala Finfinneetti dhalatanii guddatan. Yuuivarsiitii hawaasatti Ogummaa fayyaan Digirii Jalqabaa, akkasumaas Fayyaa Hawaasaan…
Oduu biyya keessaa Hoggantoonni Paartii badhaadhinaa muudamicharratti mari’achaa turuun kan murteessaniidha-Dooktar… Debela Tadesse Feb 8, 2024 0 Finfinnee, Amajjii 30, 2016(FBC) –Hoggantoonni Paartii Badhaadhinaa muudama dhiyaaterratti mari’achaa turuun kan murteessan ta’uu Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad dubbatan.…
Oduu biyya keessaa Obbo Tamasgeen Xurunaa Ministira Muummee Ittaanaa ta’uun muudaman Debela Tadesse Feb 8, 2024 0 Finfinne, Amajjii 30, 2016(FBC)–Manni Maree Bakka Bu'oota Ummataa yaa'ii idilee 15ffaa bara hojii 3ffaa har’a gaggeesseen Muudamoota garagaraa raggaasiseera. Haaluma kanaan Obbo Tamasgeen…
Oduu biyya keessaa Obbo Dammaqaan Ministira Tumsa Misoomaa Beeljiyeem waliin mari’atan Sifen Megersa Feb 7, 2024 0 Finfinnee, Amajjii 29, 2016 (FBC) - Itti Aanaan Ministira Muummee fi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Obbo Dammaqaa Makonniin Ministira Tumsa Misoomaa Beeljiyeem Kaarooliin Jeeneez waliin…
Oduu biyya keessaa Haala qabatamaa ummata tokkoo jijjiiruuf hoggansa saffisaafi ga’umsaan waahubatu diriirsuun… Sifen Megersa Feb 7, 2024 0 Finfinnee, Amajjii 29, 2016 (FBC) - Haala qabatamaa ummata tokkoo jijjiiruuf hoggansa saffisaafi ga'umsaan waahubatu diriirsuun dirqama ta'uu Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo…
Teeknooloojii Buufanni Saatalaayitii Odeeffannoo hedduu hojii sharafa alaa argamsiisu eegale Sifen Megersa Feb 7, 2024 0 Finfinnee, Amajjii 29, 2016 (FBC) – Inistiityuutiin Saayinsii Hawaa fi Ji’oo Ispeeshaalii Buufanni Saatalaayitii Odeeffannoo hedduu hojii sharafa alaa argamsiisu eegaluu beeksiise.…
Oduu biyya keessaa Agarsiisni michummaa Itiyoo -Jibuutii gaggeeffame Sifen Megersa Feb 7, 2024 0 Finfinnee, Amajjii 29, 2016 (FBC) – Agarsiisni michummaa Itiyoo_Jiibuutii waggoota 127 mul’isuu gaggeeffameera. Agarsiisichi hariiroo nageenyaa,misoomaa,aadaa, dippiloomaasii, daldalaa fi…
Oduu biyya keessaa Koreen Teeknikaa FIFA Dirre Dhawaa gale Sifen Megersa Feb 7, 2024 0 Finfinnee, Amajjii 29, 2016 (FBC) – Koreen Teeknikaa Waldaa Kubbaa Miilaa Addunyaa magaalaa Dirre Dhawaa galeera. Korichi hojiin Haaromsaa fi uffisa marga Artifishaalee Istaadiyeemii…
Oduu biyya keessaa Manni marichaa boru mudamoota garaagaraa ni raggaasisa Sifen Megersa Feb 7, 2024 0 Finfinnee, Amajjii 29, 2016 (FBC) – Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa walga’ii idilee 15ffaa bara hojii 3ffaa marsaa 6ffaa guyyaa boruu gaggeesuun mudamoota garaagaraa ni raggaasisa jedhame.…
Oduu biyya keessaa Yaa’iin Hoggantoota Gamtaa Afrikaa 37ffaan ogeeyyii miidiyaalee kuma 1oliin uwwisa argata jedhame Sifen Megersa Feb 7, 2024 0 Finfinnee, Amajjii 29, 2016 (FBC) – Yaa’iin Hoggantoota Gamtaa Afrikaa 37ffaan ogeeyyii miidiyaalee biyya keessaa fi alaa kuma 1oliin uwwisa kan argatu ta’uu ibsame. Yaa’iin Hoggantoota…