Ijaarsi Gola Hambaa Adwaa Zeeroo Kiiloo Meetiraa duudhaa isaa eegee xumuramaa jira – Aadde…
Finfinnee, Hagayya 9, 2015 (FBC) – Ijaarsi Gola Hambaa Adwaa Zeeroo Kiiloo Meetiraa duudhaa isaa eegee xumuramaa jiraachuu Kantibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebeen ibsan.…