Ispoortii Alhiilaal Neeymaariin mallatteessisuuf PSG’n waliigale Debela Tadesse Aug 14, 2023 0 Finfinnee, Hagayya 8, 2015 (FBC)- Kilabni Kubbaa Miilaa Saa’udii Alhiilaal, Neeymaar Juuniyariin mallatteessisuuf Kilabaa Kubbaa Miilaa Faransaay PSG waliin waliigalteerraa ga’uun ibsame.…
Oduu biyya keessaa Manni marichaa walga’ii ariifachiisaa 1ffaa gaggeesse Sifen Megersa Aug 14, 2023 0 Finfinnee, Hagayya 8, 2015 (FBC) – Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa walga’ii ariifachiisaa 1ffaa gaggeesse. Manni marichaa labsii yeroo ariifachiisaa Manni Maree Ministirootaa walga’ii…
Idil Addunyaa Balaa Ibiddaa Ameerikaa bulchiinsa Hawaayitti muudateen lakkoofsi namoota du’anii 93 ga’e Sifen Megersa Aug 14, 2023 0 Finfinnee, Hagayya 8, 2015 (FBC) – Balaa Ibiddaa Ameerikaa bulchiinsa Hawaayitti muudateen lakkoofsi namoota du’anii 93 ga’uu gabaafameera. Balaa Ibiddaa kanaan lubbuun namoota 93 yoo…
Oduu biyya keessaa Amb. Dammaqaan Gargaartuu Barreessaa Bulchiinsa Walta’iinsa Misoomaa Ministeera Dhimma Alaa Hindi… Debela Tadesse Aug 14, 2023 0 Finfinnee, Hagayya 8, 2015 (FBC)- Hinditti Ambaasaaddarri Ityoophiyaa Dammaqaa Axinaafuun Gargaartuu Barreessituu Bulchiinsa Walta’iinsa Misoomaa Ministeera Dhimma Alaa biyyattii Abiilaashaa…
Oduu biyya keessaa Ministeerri Pilaanii fi Misoomaa dhaabbilee waamamtootaa waliin Aanaa Loomeetti tajaajila tola… Sifen Megersa Aug 14, 2023 0 Finfinnee, Hagayya 8, 2015 (FBC) – Ministeerri Pilaanii fi Misoomaa dhaabbilee waamamtootaa waliin ta’uun Godina Shawaa Bahaa Aanaa Loomeetti tajaajila tola ooltummaa jalqabsiiseera.…
Fayyaa Mallattoolee fi ka’umsa hir’ina dhiigaa Sifen Megersa Aug 14, 2023 0 Finfinnee, Hagayya 8, 2015 (FBC) – Hir'inni dhiigaa yoo dhiigni diimaan qaama namaa keessatti argamu haga barbaadamuu gadi ta’e dhibee uumamuudha. Hiri’inni dhiigaa dhiiraaf wayita hammi…
Oduu biyya keessaa Yaa’iin Ministiroota Eegumsa Naannawaa Afrikaa 19ffaan gaggeeffamaa jira Debela Tadesse Aug 14, 2023 0 Finfinnee, Hagayya 8, 2015 (FBC)- Yaa’iin Ministiroota Eegumsa Naannawaa Afrikaa 19ffaan Magaalaa Finfinneetti gaggeeffamaa jira. Yaa’iichi mata duree “Rakkoowwan naannawaa Afrikaa furuuf…
Oduu biyya keessaa Pirojektii Riizoortii Asallaa Birri Biiliyoona 1.2’n ijaaramuuf dhagaan bu’uuraa ka’ame Debela Tadesse Aug 13, 2023 0 Finfinnee, Hagayya 7, 2015 (FBC)- Itti Aanaa Pireezidaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Awwaluu Abdiin pirojektii Riizoortii Asallaa Birrii Biiliyoona 1.2’n ijaaramuuf dhagaa bu'uuraa…
Ispoortii Atileetota Shaampiyoonaa Atileetiksii Addunyaa 19ffaa irratti hirmaataniif geggeessaan taasifame Debela Tadesse Aug 13, 2023 0 Finfinnee, Hagayya 7, 2015 (FBC)-Atileetota Ityoophiyaa bakka bu’uun dorgommii Shaampiyoonaa Atileetiksii Addunyaa 19ffaa irratti hirmaataniiniif sirni geggeessaa taasifameera.…
Idil Addunyaa Ittaanaan Pireezidaantii Taayiwaan Ameerikaa galuun Chaayinaa dheekkamsiise Debela Tadesse Aug 13, 2023 0 Finfinnee, Hagayya 7, 2015(FBC)- Ittaanaan Pireezidaantii Taayiwaan Wiiliyaam Leey Ameerikaa galuun Chaayinaa dheekkamsiisuun gabaafame. Ministirri Dhimma Alaa Chaayinaa dhimmicha…