Oduu biyya keessaa Qormaanni biyyaalessaa kutaa 12ffaaa xumurame Debela Tadesse Aug 4, 2023 0 Finfinnee, Adoolessa 28, 2015 (FBC)–Qormaanni biyyaalessaa kutaa 12ffaa Adoolessaa 19, 2015 eegalee laatamaa ture xumuramuu Ministeerri Barnootaa beeksiise. Qormaanni Biyyaalessaa kutaa…
Oduu biyya keessaa Obbo Dammaqaa Mokonnin Afrikaa Bahaatti Ergamtuu Addaa Gamtaa Awurooppaa waliin mari’atan Debela Tadesse Aug 4, 2023 0 Finfinnee, Adoolessa 28, 2015 (FBC)- Ittaanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Dhimma Alaa Obbo Dammaqaa Mokonnin Afrikaa Bahaatti Ergamtuu Addaa Gamtaa Awurooppaa, Dooktar Aaneet Weebar…
Oduu biyya keessaa Oromiyaatti hanga ammaatti biqiltuun biiliyoonni 4.51 dhaabate Sifen Megersa Aug 4, 2023 0 Finfinnee, Adoolessa 28, 2015 (FBC) – Naannoo Oromiyaatti sagantaa ashaaraa magariisaa bara kanaan hanga ammaatti biqiltuuwwan biiliyoonni 4.51 ol dhaabbachuu Biiroon Qonnaa Oromiyaa…
Oduu biyya keessaa Meeshaleen galii sadarkaa gadi ta’an biyya keessa akka hingalfamne dhorkamaniiru-Ministeericha Debela Tadesse Aug 4, 2023 0 Finfinnee, Adoolessa 28, 2015 (FBC)-Bara baajatichaatti, meeshaalee galii sadarkaa gadi ta’anii argaman meetirik toonii kuma 1 fi 932 ol biyya keessaa akka hingalle dhorkamuu Ministeerri…
Oduu biyya keessaa Kalaqniifi Ariitiin eenyummaa hoggansa jijjiiramaa ta’uu qaba – Pir. Shimallis Abdiisaa Sifen Megersa Aug 4, 2023 0 Finfinnee, Adoolessa 28, 2015 (FBC) – Kalaqniifi Ariitiin eenyummaa hoggansa jijjiiramaa ta'uu qaba jedhan Pireezidaantiin mootummaa naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan. Hoggansi…
Oduu biyya keessaa Bara 2016 diinagdeen Naannoo Oromiyaa % 8’n akka guddatu ni eegama – BKO Sifen Megersa Aug 4, 2023 0 Finfinnee, Adoolessa 28, 2015 (FBC) – Biiroon Kominikeeshinii Oromiyaa karoora naannichaa bara 2016 ilaalchisuun miidiyaaleef ibsa kenneera. Mootummaan Naannoo Oromiyaa guddina…
Oduu biyya keessaa Manni Maree Ministirootaa naannoo Amaaraatti labsiin yeroo ariifachiisaa akka labsamu murteesse Sifen Megersa Aug 4, 2023 0 Finfinnee, Adoolessa 28, 2015 (FBC) – Manni Maree Ministiroota walga’ii idiilee 23ffaa har’a gaggasseen dhimmoota adda addaarratti mar’achuun murtoo garaagaraa dabarseera. Haaluma kanaa…
Oduu biyya keessaa Manni Maree Naannoo Ummattoota Kibbaa Yaa’ii Idilee gaggeessuu eegale Sifen Megersa Aug 4, 2023 0 Finfinnee, Adoolessa 28, 2015 (FBC) – Manni Maree Naannoo Ummattoota Kibbaa Yaa’ii Idilee 4ffaa waggaa 2ffaa marsaa 6ffaa gaggeessuu eegaleera. Manni marichaa gabaasa raawwii hojii…
Oduu biyya keessaa Manni Maree Naannoo Hararii Yaa’ii Idilee gaggeessaa jira Sifen Megersa Aug 4, 2023 0 Finfinnee, Adoolessa 28, 2015 (FBC) – Manni Maree Naannoo Hararii yaa'ii idilee 4ffaa bara hojii 2ffaa marsaa 6ffaa gaggeessaa jira. Manni marichaa gabaasa raawwii hojii mana marii…
Oduu biyya keessaa Aadde Adaanach piroojektii bishaan dhugaatii hawaasa miiliyoona walakkaa ol fayyadamoo taasiisu… Sifen Megersa Aug 4, 2023 0 Finfinnee, Adoolessa 28, 2015 (FBC) –Kantibaan magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebeen piroojektii bishaan dhugaatii qulqulluu hawaasa miiliyoona walakkaa ol fayyadamoo taasiisu…