Waajabila Faanaa Sangaa keessaa Warqee giraama 6.11 argame Debela Tadesse Jan 6, 2024 0 Finfinnee, Mudde 27, 2016 (FBC)- Sangaa Ayyaana Qilleef qalame keessaa Warqee (Sookoo) giraama 6.11 argame. Warqeen kunis Magaalaa Walaayittaa Sooddootti sangaa foon qooddachuuf Ayyaanaa…
Oduu biyya keessaa Pireezidaantonni Naannolee ergaa baga ittiin isin ga’ee dabarsan Debela Tadesse Jan 6, 2024 0 Finfinnee, Mudde 27, 2016 (FBC)-Pireezidaantonni naannolee garaagaraa ayyaanaa Qillee Sabaeeffachuun ergaa Baga ittiin isiin gahee dabarsaniiru. Haaluma kanaan Pireezidaantiin Naannoo…
Oduu biyya keessaa Abbootiin Amantaalee Ayyaana Dhalachuu Yesuus Kiristoos sababeeffachuun erga baga ittin isiin gahee… Debela Tadesse Jan 6, 2024 0 Finfinnee, Mudde 27, 2016 (FBC)- Abbootiin Amantaalee Ayyaana Dhalachuu Yesuus Kiristoos sababeeffachuun erga baga ittiin isin gahee dabarsaniiru. Manni Amantaa Ortodoksii Tawaahidoo…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaa fi Somaaliilaandi karooraa fi fedhii misoomaarratti waloon hojjechuuf waliigalan Debela Tadesse Jan 6, 2024 0 Finfinnee, Mudde 27, 2016 (FBC)-Ministirri Pilaanii fi Misoomaa Dooktar Fitsum Asaffaan Ministira Pilaanii fi Misoomaa Somaaliilaandi Dooktar Ahimad Mahaammad waliin mari’ataniiru. Marii…
Oduu biyya keessaa Sirna walharkaa fuudhiinsa Baallii Gadaa Gujii marsaa 75ffaa ilaalchisee mariin paanaalii… Debela Tadesse Jan 6, 2024 0 Finfinnee, Mudde 27, 2016 (FBC)-Sirna walharkaa fuudhiinsa Baallii Gadaa Gujii marsaa 75ffaa ilaalchisee mariin paanaalii Finfinneetti gaggeeffameera. Sirni walharkaa fuudhiinsa Baallii…
Oduu biyya keessaa Obbo Agaanyawu Tashaagar erga bagaa ittin isiin gahee dabarsan Debela Tadesse Jan 6, 2024 0 Finfinnee, Mudde 27, 2016 (FBC)- Afyaa’iin Mana Maree Federeshinii Obbo Agaanyawu Tashaagar Ayyaana Qillee sababeeffachuun erga bagaa ittin isiin gahee dabarsaniiru. Obbo Agaanyawu…
Oduu biyya keessaa MM Dooktar Abiy Ahimad ergaa baga ittiin isin gahee dabarsan Debela Tadesse Jan 6, 2024 0 Finfinnee, Mudde 27, 2016 (FBC)- Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Ayyaana Dhalachuu Yesuus Kiristoos (Ayyaana Qillee) sababeeffachuun ergaa baga ittiin isin gahee dabarsaniiru.…
Oduu biyya keessaa Dhalachuun Yesuus Dhiifama, Araaraafi Deebisanii Ijaaruu Kan Nu Barsiisedha- Pir. Shimallis Abdiisaa Debela Tadesse Jan 6, 2024 0 Finfinnee, Mudde 27, 2016 (FBC)- Pirezidaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan Ayyaana Dhalachuu Yesuus Kiristoos sababeeffachuun ergaa baga ittiin isin gahee…
Oduu biyya keessaa Aadde Sa’aadaa Abdurahmaan Ayyaana Qillee sababeeffachuun ergaa bagaa ittin isiin gahee… Debela Tadesse Jan 6, 2024 0 Finfinnee, Mudde 27, 2016 (FBC)- Af-Yaa’iin Caffee Oromiyaa Aadde Sa'aadaa Abdurahmaan Ayyaana Qillee sababeeffachuun ergaa baga ittin isiin gahe dabarsaniiru. Guutuun erga isaanii akka…
Oduu biyya keessaa Manni Maree Federeeshinii manneen harka qalleeyyiif haaromsee kenne Debela Tadesse Jan 6, 2024 0 Finfinnee, Mudde 27, 2016 (FBC)-Manni Maree Federeeshinii Magaalaa Finfinnee Kutaa Magaalaa Araaddatti manneen harka qalleeyyiif haaromse meeshaalee mana waliin kenne. Afyaa’iin Mana…