Gatiin gurgurtaa qinxaaboo boba’aa hanga Hagayya 30’tti gatii tureen itti fufa
Finfinnee, Adoolessa 26, 2015 (FBC)- Gatiin gurgurtaa qinxaaboo oomishaalee boba'aa hundaa hanga Hagayya 30, 2015'tti gatii baatii Adoolessaa gurguramaa tureen akka itti fufu Miniteerri…