Yaa’iin Dhaabbilee Amantaalee Ityoophiyaa yaa’ii idilee 15ffaa gaggeessaa jira
Finfinnee, Adoolessa 27, 2015 (FBC)- Yaa’iin Dhaabbilee Amantaalee Ityoophiyaa yaa’ii idilee 15ffaa gaggeessuu eegaleera.
Yaa’iicharratti Abboottiin Amantaalee fi qondaaltonni olaanoo…