Kaabineen bulchiinsa yeroo naannoo Tigraay Baajata Bara 2016 Birrii biiliyoona 17 ol raggaasiise
Finfinnee, Adoolessa 18, 2015 (FBC) – Kaabineen bulchiinsa yeroo naannoo Tigraay Baajata Bara 2016 Birrii biiliyoona 17.3 ol raggaasiiseera.
Kaabineen bulchiinsa yeroo naannichaa walga’ii…