Fayyaan dijitaala galma damee fayyaa milkeessuuf carraa gaarii uumaa jira-Dooktar Liyaa Taaddasaa
Finfinnee, Adoolessa 1, 2015 (FBC)-Fayyaa dijitaalawaan galmootaa damee fayyaan qabaman milkeesuud carraalee gaari uumaa jiraachuu Ministirri Fayyaa Dooktar Liyaa Taaddasaan ibsan.…