Rakkoo yeroo addunyaa mudachaa jiru furuuf filmaatawwan furmaataa heddummina bu’uureffatan…
Finfinnee, Waxabajjii 22, 2015 (FBC)- Rakkoo yeroo addunyaa mudachaa jiru furuuf filmaatawwan furmmataa heddummina bu’uureffatan akka barbaachisu Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad ibsan.…