Shakkamtoonni meeshaalee waraanaa fi warqee karaa seeran alaa mana keessatti kuusan to’ataman
Finfinnee, Waxabajjii 15, 2015 (FBC) – Shakkamtoonni meeshaalee waraanaa fi warqee karaa seeran alaa mana jireenyaa keessatti kuusanii argaman to’atamuu Poolisiin Federaalaa beeksiise.…