Boordichi bu’aan xumuraa filannoo murtoo uummataa Walaayitaa Waxabajjii 19/2015 kan ifoomu ta’uu…
Finfinnee, Waxabajjii 13, 2015 (FBC) – Boordiin Filannoo Biyyaalessaa bu’aan xumuraa filannoo murtoo uummataa Walaayitaatti irra deebiin gaggeeffame Waxabajjii 19/2015 kan ifoomu beeksise.…