Barana biqiltuuwwan biiliyoona 6.5 dhaabuuf qophiin taasifamaa jira-MM Abiy Ahimad
Finfinnee, Caamsaa 15, 2015 (FBC)- Sagantaa Ashaaraa Magariisaa waggaa shanaffaan baranaan duulaan biqiltuuwwaan biiliyoona 6.5 dhaabuuf qophiin taasifamaa jira jedhan Muummeen Ministiraa…