Oromiyaatti Egzibishiniin hojiifi hojjetaa walqunnamsiisu qophaa’e
Finfinnee, Caamsaa 14, 2015 (FBC) – Biiroon Dhimma Hojjataafi Hawaasummaa Oromiyaa yeroo jalqabaaf Egzibiishiinii hojiifi hojjataa walqunnamsiisu Magaalaa Adaamaatti qopheessuu beeksiseera.…