Dooktar Abiy Pireezidaantii Chaayinaa Shii Jiinpiing waliin mari’atan
Finfinnee, Onkololeessa 6, 2016 (FBC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Pireezidaantii Chaayinaa Shii Jiinpiing waliin dhimmoota waloo biyyoota lamaanirratti mari’atan.…