Naannichatti albuudaalee Oppaalii fi Warqeerraa galiin Doolaara miiliyoona 7.9 argame
Finfinnee, Caamsaa 5, 2015 (FBC)- Naannoon Amaaraatti Albuudaalee ooppaalii fi Warqeerraa galiin Doolaaraa miiliyona 7.9 argamuun ibsame.
Naannichi yeroo jalqabaaf Warqee kiiloo giraama…