Oduu biyya keessaa Dambalii Ogummaa Badhaadhina Oromiyaaf! Sifen Megersa May 14, 2023 0 Finfinnee, Caamsaa 6, 2015 (FBC) – Biiroon Carraa Hojii Uumuufi Ogummaa Oromiyaa galmoota gurguddoo imala badhaadhinaa milkeessuu dandeessisan teeknooloojiin gabbisuun toorri qabatee jiru…
Oduu biyya keessaa Sirni odeeffannoo guutuun qaawwa bobbii hojii biyyoota alaa maksuu keessatti gahee olaanaa qaba… Sifen Megersa May 14, 2023 0 Finfinnee, Caamsaa 6, 2015 (FBC) – Sirni odeeffannoo gahaan qaawwa bobbii hojii biyyoota alaa guutuu keessatti gahee olaanaa qabaachuu Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad ibsan. Muummeen…
Oduu biyya keessaa Bara oomishaa kanaaf xaa’oo bitame keessaa kuntaalli miiliyoonni 5 gara biyyaa gale -Ministeera… Sifen Megersa May 14, 2023 0 Finfinnee, Caamsaa 6, 2015 (FBC) – Bara oomishaa 2015/16’f xaa’oo kuntaala miiliyoona 12 fi kuma 800 bitame keessaa xaa’oon kuntaalli miiliyoonni 5 gara biyyaa galuu Ministeerri Qonnaa…
Ispoortii Naannoo Harariitti fiigichi daandirraa gaggeeffame Sifen Megersa May 14, 2023 0 Finfinnee, Caamsaa 6, 2015 (FBC) – Naannoo Harariitti "Nageenyaaf nan fiiga" mataa duree jedhuun fiigichii daandirraa gaggeefameera. Figicha kana dhaabbanni miti mootummaa 'Eastern…
Oduu biyya keessaa Hojjettoota Ittisa Balaa lubbuu nama biroo baraaruuf lubbuu isaanii wareeganiif kabajatu mala… Sifen Megersa May 14, 2023 0 Finfinnee, Caamsaa 6, 2015 (FBC) – Hojjettoota Ittisa Balaa lubbuu nama biroo baraaruuf lubbuu isaanii wareeganiif kabajatu mala jedhan Kantibaan magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebeen.…
Idil Addunyaa Turkitti filannoon Pireezidaantummaa fi Paarlaamaa gaggeeffamaa jira Sifen Megersa May 14, 2023 0 Finfinnee, Caamsaa 6, 2015 (FBC) – Turkitti Filannoon pireezidaantummaa fi paarlaamaa gaggeeffamaa jira. Lammiileen miiliyoonni 64.1 ol sagalee laachuuf galmaa'uu isaanii eerameera.…
Ispoortii Piriimaayeer Liigii Ingilaandiin har’a taphoonni murteessoon ni taphatamu Sifen Megersa May 14, 2023 0 Finfinnee, Caamsaa 6, 2015 (FBC) – Piriimaayeer Liigii Ingilaandiin taphni har'a Eevartan Maanchiisteer Siitii, Arsenaal Biraayitan waliin taasiisan akkaan eegama. Taphni waaree booda…
Oduu biyya keessaa Jarmaniin Yuukireeniif deeggarsaa meeshaa waranaa olaanaa ifoomite Debela Tadesse May 13, 2023 0 Finfinnee, Caamsaa 5, 2015 (FBC)- Jarmaniin, Yuukireeniif deeggarsa meeshalee waraanaa Yuuroo biiliyoona 2.7 baasaan ifoomsite. Deeggarsichi, kan ifoome Pireezidaantiin Yuukireen…
Oduu biyya keessaa Sirni awwaalchaa Artisti Hiruut Baqqalaa Wiixata raawwatama Debela Tadesse May 13, 2023 0 Finfinnee, Camsaa 4, 2015 (FBC)-Sirni awwaalchaa Artiisti Hiruut Baqqalaa Wiixata dhufu akka raawwatamu Koreen sirna awwalchaa beeksise. Korechi akka beeksisetti, sirni gaggeessaa reeffaa…
Oduu biyya keessaa Labsii abbomummaa kaffaltii gibiraa waggaa tokkoof turu ifoomsineerra-Pir. Shimallis Abdiisaa Debela Tadesse May 13, 2023 0 Finfinnee, Caamsaa 5, 2015 (FBC)-Naannoo Oromiyaatti hojiin galii beeksisuu fi kaffaluu harcaatii malee akka raawwatamuuf labsii abbomummaa kaffaltii gibiraa waggaa tokkoof turu ifoomsuu…