Yakka shororkeessummaan barbaadamaa kan ture Gobozee Sisaay to’atame
Finfinnee, Eebla 28, 2015 (FBC) – Naannoo Amaaraatti finxaaleyyii waliin ta'uun humnaan mootummaa diiguuf hojjetaa turuun yakka Shororkeessummaan barbaadamaa kan ture Gobozee Sisaay…