Haalli hongee godinaalee Oromiyaa keessatti mudate jijjiirama qabaachuun ibsame
Finfinnee, Eebla 26, 2015 (FBC)- Haalli hongee godinaalee Oromiyaa keessatti mudatee ture jijjiirama qabaachuu Buusaa Gonofaan Oromiyaa beeksise.
Itti Aanaan Hoggaanaa Buusaa Gonofaa…