Dorgommii Fiigicha daandiirraa Riigaarratti Atileetota hirmaataniif sagantaan beekamtii fi badhaasaa…
Finfinnee, Fulbaana 22, 2016 (FBC)- Laatiiviyaa Riigaatti garee Atileetiksii Itiyoophiyaa dorgommii Fiigicha Daandiirratti hirmaataniif sagantaan beekamtii fi badhaasaa gaggeeffameera.…