Ayyaana Shawaal Iid haala addaan kabajuuf qophiin taasiifamaa jira-Obbo Ordiin Badiri
Finfinnee, Eebla 9, 2015 (FBC) – Naannoo Hararii Ayyaana Shawaal Iid bara kanaa haala addaan kabajuuf qophiin taasiifamaa jiraachuu Pireezidaantiin naannichaa Obbo Ordiin Badiriin ibsan.…