Oduu biyya keessaa Eeruuwwan malaanmaltummaa 52 qoratamaa jiru Debela Tadesse Apr 3, 2023 0 Finfinnee, Bitootessa 25, 2015 (FBC)- Naannoo Beenishaangul Gumuzitti malaanmaltummaan walqabatee eeruuwwaan 52 simachuun qorannoo gaggeessuu eegaluu Koreen Farraa Malaanmaltummaa naannichaa…
Biiznasii Gatiin gurgurtaa boba’aa haala amma jiruun itti fufa jedhame Debela Tadesse Apr 3, 2023 0 Finfinnee, Bitootessa 25, 2015 (FBC)- Gatiin gurgurtaa qinxaaboo boba’aa gatii amma jiruun akka itti fufu murtaa’uu Ministeerri Daldalaa fi Walitti Hidhamiinsa Naannawa beeksise.…
Oduu biyya keessaa Pirojektiin Gorgoraa baatii sadiin booda tajaajila akka eegalu eerame Debela Tadesse Apr 3, 2023 0 Finfinnee, Bitootessa 25, 2015 (FBC)- Pirojektiin Gorgoraa baatii sadiin booda tajaajila kennuu akka eegalu himame. Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad qaama Pirojektii “Maaddiin…
Oduu biyya keessaa Shira gabaa finxaaleyyiin uumame cinatti rakkoon gaggeessummaa qaala’insa gabaa mul’ateef sababa… Sifen Megersa Apr 3, 2023 0 Finfinnee, Bitootessa 25, 2015 (FBC) – Shira gabaa finxaaleyyiin uumame cinatti rakkoon gaggeessummaa qaala’insa gabaa mul’ateef sababa ijoo ta’uu Itti Aanaan Pireezidaantii Mootummaa…
Biiznasii Shira gabaa finxaaleyyiin uumame cinatti rakkoon gaggeessummaa qaala’insa gabaa mul’ateef sababa… Sifen Megersa Apr 3, 2023 0 Finfinnee, Bitootessa 25, 2015 (FBC) – Shira gabaa finxaaleyyiin uumame cinatti rakkoon gaggeessummaa qaala’insa gabaa mul’ateef sababa ijoo ta’uu Itti Aanaan Pireezidaantii Mootummaa…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaa, Gamtaa Awurooppaa fi Faransaay waliigaltee deeggarsa Yuuroo miiliyoona 32 mallatteessan Debela Tadesse Apr 3, 2023 0 Finfinnee, Bitootessa 25, 2015 (FBC)- Ityoophiyaa, Gamtaa Awurooppaa fi Ejensiin Misoomaa Faransaay waliigaltee deeggarsa maallaqaa Yuuroo miiliyoona 32 mallatteessaniiru. Waliigaltechas…
Oduu biyya keessaa Jeneraalonniifi qindaaltonni waraanaa Eertiraa Inistiitiyuutii Artifishaal Intalajansii fi… Debela Tadesse Apr 3, 2023 0 Finfinnee, Bitootessa 25, 2015(FBC)- Jeneraalonniifi qindaaltonni waraanaa Eertiraa Inistiitiyuutii Artifishaal Intalajansii fi Bulchiinsa Nageenya Odeeffannoo daawwachuu ibsame. Gareen…
Idil Addunyaa Gatiin boba’aa idil addunyaa dabaluu gabaafame Ayana Dheressa Apr 3, 2023 0 Finfinnee, Bitootessa 25, 2015(FBC)- Biyyoonni miseensa ergitoota boba’aa(OPEC) hanga boba’aa gabaa idil addunyaaf dhiyeessan hir’isuuf murteessuu beeksisan. Biyyoonni kunneen guyyaatti…
Oduu biyya keessaa Qabeenya Turizimii naannoo Oromiyaa beeksisuuf hojjetamaa jiraachuu ibsame Sifen Megersa Apr 3, 2023 0 Finfinnee, Bitootessa 25, 2015 (FBC) – Qabeenya Turizimii Naannoo Oromiyaa beeksisuun galii damichaarra argamu guddisuuf xiyyeeffannoon hojjetamaa jiraachuu Komishiniin Turizimii Oromiyaa…
Oduu biyya keessaa Hidhi Abbayyaa pirojektii fakkeenyummaa faayidaa hedduu naannawaati -Xiinxalaa Sudaan Debela Tadesse Apr 3, 2023 0 Finfinnee, Bitootessa 25, 2015 (FBC)-Hidhi Guddichi Haaromsa Ityoophiyaa yaa’icha dabalatee faayidaa biyyootaa kan eegsisu pirojektii fakkeenyummaa misoomaa Afrikaati jedhan Dippilomaatiin…