Oduu biyya keessaa Gumiin Balal marsaa 30ffaan gaggeeffame Debela Tadesse Mar 17, 2023 0 Finfinnee, Bitootessa 8, 2015 (FBC)- Gumiin Balal marsaa 30ffaan mataduree "Kalaqaa fi Teeknooloojii Walqixxummaa Koorniyaaf" jedhuun gaggeeffame. Waltajjichi Guyyaa Dubartoota Addunyaa…
Fayyaa Piroojektiin kutaalee hawaasaa hongeen miidhaman deeggaru ifoome Sifen Megersa Mar 17, 2023 0 Finfinnee, Bitootessa 8, 2015 (FBC) – Dhaabbanni Misooma Qindaa’aa Fayyaa jedhamu piroojektii kutaalee hawaasaa sababa hongee fi walitti bu’iinsaan miidhaman deeggaru haaraa ifoomseera.…
Ispoortii Kiristaal Paalaas leenjisaa Paatiriik Viiyeeraa gaggeesse Ayana Dheressa Mar 17, 2023 0 Finfinnee, Bitootessa 8, 2015(FBC)- Kilabni kubbaa miilaa Ingiliz Kiristaal Paalaas leenjisaa isaa Paatiriik Viiyeeraa gaggeessuu beeksise. Kilabichi taphataa sarara gidduu duraanii…
Oduu biyya keessaa Kutaa Magaalaa Addis Katamaatti balaa Ibiddaa mudateen manneen daldalaa 42 barbaada’an Sifen Megersa Mar 17, 2023 0 Finfinnee, Bitootessa 8, 2015 (FBC) – Kutaa Magaalaa Addis Katamaa Aanaa 10tti balaa Ibiddaa mudateen manneen daldalaa 42 barbaada’uu Komishiniin Hoggansa Sodaa Balaa magaalaa Finfinnee…
Oduu biyya keessaa Mariin rakkoolee damee konistiraakshiniif furmaata barbaaduurratti kaayyeffate gaggeeffamaa jira Ayana Dheressa Mar 17, 2023 0 Finfinnee, Bitootessa 8, 2015(FBC)- Rakkoolee idil addunyaafi biyya keessatti mudatanii turan hordofee waggoottan arfan darbanitti damee konistiraakshiniirra miidhaa guddaan gahuu ibsameera.…
Idil Addunyaa Turkitti balaa lolaa mudateen namoonni 16 yoo du’an hedduun achi buuteen dhabamuu ibsame Sifen Megersa Mar 17, 2023 0 Finfinnee, Bitootessa 8, 2015 (FBC) – Kibba Baha Turkii magaalota lama keessatti balaa lolaa mudateen lubbuun namoota 16 yoo darbu, hedduun achi buuteen dhabamuu gabaafame. Magaaloota…
Oduu biyya keessaa DhMG dhiibbaa dubartootaa hir’isuuf mootummaa Ityoophiyaa waliin hojjechaa jiraachuu ibse Sifen Megersa Mar 16, 2023 0 Finfinnee, Bitootessa 7, 2015 (FBC) – Dhaabbanni Mootummoota Gamtoomanii dhiibbaa dubartootaa hir'isuuf mootummaa Ityoophiyaa waliin hojjechaa jiraachuu ibseera. Dhaabbata Mootummoota…
Oduu biyya keessaa Koreen Hoji Raawwachiistuu Paartii Badhaadhinaa walga’ii idilee gaggeessuu eegale Debela Tadesse Mar 16, 2023 0 Finfinnee, Bitootessa 7, 2015 (FBC) – Koreen Hoji Raawwachiistuu Paartii Badhaadhinaa walga’ii idilee isaa bakka Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad argamanitti har’a gaggeessuu eegaleera.…
Oduu biyya keessaa Ijibti haasawaa itti gaafatamaa hinqabnee fi sodaachisarraa akka of qusattu Ityoophiyaan hubachiiste Debela Tadesse Mar 16, 2023 0 Finfinnee, Bitootessa 7, 2015 (FBC) – Ministeerri Dhimma Alaa Ityoophiyaa, hidhaa Haaromsaa ilaalchisuun “ Filmaanni hunduu banaadha” jechuun ibsa Ministirri Dhimma Alaa Ijibti kennan…
Oduu biyya keessaa Hanqina dhiyeessii Oomishaalee waaraan furuuf naannoleerraa galchuuf waliigalameera – MDWHN Debela Tadesse Mar 16, 2023 0 Finfinnee, Bitootessa 7, 2015 (FBC) – Daldaltoonni Faddaaltootaan deeggaramuun shira gabaa xaxaa jiraachuu Ministeerri Daldalaa fi Walitti Hidhamiinsa naannawaa beeksise. Ministeerichi…