Giifti Duree Zinnaash Taayyaachoon magaalaa Jimmaatti ijaarsa hoteela idil addunyaa “Foor Pooyintis…
Finfinnee, Guraandhala 28, 2015(FBC)- Giifti Duree Zinnaash Taayyaachoon magaalaa Jimmaatti ijaarsa hoteela idil addunyaa “Foor Pooyintis Baay Sharaatan” dhagaa bu’uuraa kaa’aniiru.…