Ijaarsi daandii Qaallittii- Qilinxoo xumuramuu dhabuun rakkoolee garaa garaaf nu saaxilaa jira-…
Finfinnee, Guraandhala 20, 2015(FBC)- Ijaarsi daandii Qaallittii- Qilinxoofi Qaallittii- Tulluu Diimtuu xumuramuu dhabuun rakkoolee garaa garaaf nu saaxilaa jiraachuu jiraattonni ibsan.…